Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu Godina Gujii Lixaatti Warshaa Guddattuu Agroo Indaastirii…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti…
Mana nama dhuunfaa keessaatti maallaqni sobaa kumni dhibbi 1 fi kumni 12 argame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) - Mana nama dhuunfaa keessaatti Noottiin Birrii sobaa kumni dhibbi 1 fi kumni 12 argamuu ibsameera.
Bulchiinsa saba Waagumraa aanaa Tsaagbijiitti…
Ajejni Lixaa Birmadummaa Hidha Haaromsaa kabachiisuuf yeroo kamiiyyuu caalaa qophiidha jedhame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2013 (FBC) – Hidhaan Haaromsaa qabeenya Ummataa ta’uu isaan haleellaa fi Qocholaa Hidhicharra ga’uu qolachuuf Ajejni Lixaa Raayyaa Ittisaa yeroo kamiiyyuu…
Chaayinaan marii sadee mariisiisummaa gamtaa Afrikaan gaggeeffamu ni deeggarti jedhame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2013 (FBC) – Chaayinaan marii sadee Hidha Haaromsaa mariisiisummaa gamtaa Afrikaan gaggeeffamu kan deeggartu ta’uu ibsiteerti.
Chaayinaan michuu biyyoota…
Mariin dhimmoota biyyaalessaarratti xiyyeeffate eegalame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2013 (FBC) – Mariin dhimmoota biyyaalessaa fi naannawwaarratti xiyyeeffate hoggantoota naannolee waliin guyyoota lamaaf gaggeeffamu eegalamuu Muummeen Ministiraa FDRI…
Jilli obbo Addisuun durfamu Aanaa Yaaballootti giddugala Horsiisaa fi Fooyyeessa Sanyii Loon…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti,Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu godina Booranaa Aanaa Yaaballootti giddugala…
Magaalaa Finfinneetti Proojektoonni baasii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 30n ijaaraman 47…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaatti Proojektoonni baasii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoon 30n ijaaraman 47 eebbifamuun hojii eegaluu…
Boordichi hanga ammaatti filattoonni miiliyoonni 36 fi kumni dhibbi 2 fi kumni 45 ol kaardii…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa ragaa lakkoofsa galmee filattoota yeroo ifoomseera.
Hanga ammaatti filattoonni miiliyoonni 36 fi kumni dhibbi…
Yaada kolonii harka lafa jalaa osoo hin fudhatiin badhaadhina keenya ni mirkaneessina-Dooktar Abiy
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaada kolonii harka lafa jalaa osoo hin fudhatiin badhaadhina keenya ni mirkaneessina jedhaniiru.
Dooktar…
Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Paarkii Samaraa eebbisiisan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Paarkii Samaraa eebbisiisuun banaa taasisaaniiru.
Ijaarsi marsaa jalqabaa paarkichaa lafa…