Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa ayyaana balaan ibiddaa akka hin muudanneef itti fayyadamaa elektirikiirratti of eeggannoo…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Guyyaa ayyaana balaan ibiddaa akka hin muudanneef hawaasni itti fayyadamaa elektirikiirratti of eeggannoo akka taasisuu Komiishiniin Hoggansaa Sodaa Balaa…
Maqaleetti giddugallii hundaa’uun deeggarsi aanooleef dhiheenyaan akka qaqqabuu taasifamaa jira
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti giddugallii hundaa’uun deeggarsi aanooleef dhiheenyaan akka qaqqabuu taasifamaa jiraachuu ibsame.
Dhaabbanni qorannoo…
Jeneraal Birhaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliiz waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Eetaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliiz Aliistaar Miisiipeel waliin mari’ataniiru.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,244 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,244 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 34 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Magaalichatti Qalmi seeraan alaa fayyaa hawaasaaf sodaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Qalmi seeraan Alaa fayyaa hawaasaaf sodaa guddaa ta’uu Dhaabbanni Qeerawwanii magaalichaa ibse.
Qalmi seeraan alaa sodaa…
Bulchiinsi magaalichaa manneen gandaa 134 jiraattoota jireenya gadi aanaa keessa jiraataniif dabarse
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee manneen gandaa 134 jiraattoota jireenya gadi aanaa keessa jiraatanii fi qaama miidhamtootaaf dabarseera.
Bulchiinsi…
Magaalichatti baatiwwan salgan darban Daandiin Kiiloo Meetirri 441 suphamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan salgan darban Daandiin Kiiloo Meetirri 441 suphamuu Abbaan Taayitaa Magaalichaa beeksiise.
Baatiwwan…
Aadde Ma’aazaa Ashannaafii Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin mari’ataniiru.…
Manni Marichaa raawwii hojii baatii sagalii gamaaggamuu eegale
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii raawwii hojii baatii sagalii gamaaggamuu eegaleera.
Gamaaggamichi bakka hoggantoonni olaanoon Mana marichaa argamanitti…
Buufanni Qulqulleessa dhangala’oo Aqaaqii Caffee 2 eebbifame
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Buufanni,laabraatoorii fi gamoon bulchiinsaa Qulqulleessa dhangala’oo Aqaaqii Caffee 2 eebbifameera.
Buufanni qulqulleessa dhangala’oo…