Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Proojektii Daandii Addabaabayii Puushkiinii – Gootaraa daawwatan
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ijaarsa Proojektii Daandii Addabaabayii Puushkiinii – Gootaraa daawwataniiru.…
Komishinichi Ayyaanni Faasikaa fi Idaal Faxir rakkoo nageenyaa tokko malee akka kabajamuuf…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee Ayyaanni Faasikaa fi Idaal Faxir rakkoo nageenyaa tokko malee akka kabajamuuf karoorfatee gara hojiitti…
Gujii Lixaatti dhaabbiin bunaa jalqabsiifame
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) –Aanaalee godina Gujii Lixaatti kilaasterri dhaabbii bunaa jalqabameera.
Biqiltuun bunaa miiliyoonni 2 fi kumni dhibbi 8 kilaastara qofaan kan…
Qooda fudhattoota qonna Kilaasteraan bu’aa gaarii galmeessisaniif badhaasni kenname
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Hojii misooma qonnaa mala kilaasteraan gaggeeffamaa jiru cimsuuf qooda fudhattoota bu'aa gaarii galmeessisaniif badhaasni kennamuu ibsameera.…
Ityoophiyaatti mootummaan Filannoon ala ce’u hin jiraatu – Dooktar Abiy
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti mootummaan filannoon ala ce’uu fi gara aangootti dhufu kan hin jiraanne ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Ahimad ibsaniiru.…
Godina Shawaa Kaabaatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii 449f deeggarsi…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii 449f deeggarsi kennameera.
Godinichatti Faasikaa sababeeffachuun…
Mariin Gumii-Balal marsaa 3ffaan dhimma Diinagdee biyyaa guddisuu irratti xiyyeeffate ta’ame
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Mariin idilee qopheessummaa Waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaan geggeeffamu marsaa 3ffaan Sirna diinagdee hammayyaa’aa karaa…
Bulchiinsi magaalichaa manneen gandaa seeraan ala qabamee ture 115 harka qalleeyyiif dabarse
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee manneen gandaa seeraan ala qabamanii turan 115 harka qalleeyyii fi qaama miidhamtootaaf dabarse.
Itti…
Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa fi marii kallattii hojii baatiwwan itti aananii gaggeessaa jira.
Abbaan…
Daballiin gatii akka hin taasifamnee fi bittaan akka tasgabbaa’uuf koreen adda hundaa’ee to’annaa…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Daballiin gatii akka hin taasifamnee fi bittaan akka tasgabbaa’uuf koreen adda hundaa’ee to’annaa fi hordoffii taasisaa jiraachuu Biiroon Daldalaa magaalaa…