Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi liinkii barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo ittin galma’aan ifoomse
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyoolessaa barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo liinkii filannoof itti galma’aan ifoomseera.
Barattoonni liinkii…
Dhaabbatichi ejjennoo naannoo Tigraay ilaalchisee qabu roga gaariin jijjiireera – Ministeera…
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii ejjennoo dogongoraa naannoo Tigraay ilaalchisee qabu roga gaariin jijjiiruu Ministeerri Dhimma Alaa beeksisee.…
Sudaan dhimma hidha haaromsaa guddichaan walqabsiisee adda addummaa jiru Gamtaan Afrikaa furmaataa…
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)-Ityoophiyaatti dhimma Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa waliin walqabisiisee Sudaan adda addummaa jiru mariisisummaa Gamtaa Afrikaatin ni hiikama kan…
Gareen ABUT Birrii biiliyoona 6 ol yakka akka itti hin raawwanne taasiifameera – Abbaa Alangaa…
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Gareen ABUT erga haleellaa raawwatee eegalee karaa seeraan alaan maallaqa yakka ittiin raawwachuuf ture Birrii biiliyoona 6.7 ol akka itti hin fayyadamne…
Giddugalli Aadaa Oromoo kitaaboota seenaa fi afaan irratti qopheessaa ture har’a ni eebbisisa
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Giddugalli Aadaa Oromoo kitaaboota seenaa fi afaan irratti qopheessaa ture har’a ni eebbisisa
Giddugallichi kitaaboota seenaa fi Afaan Oromoorratti…
Ityoophiyaatti sirni diimookiraasii akka dagaaguu hirmaannaan lammiilee murteessadha – Dooktar…
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti sirni diimookiraasii akka dagaaguu hirmaannaan lammiilee murteessaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Dooktar Abiy godaantoota Sooriyaa waliin sangataa Ifxaaraa qooddataniiru
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad godaantoota Sooriyaa waliin sangataa Ifxaaraa raawwataniiru.
Dooktar Abiy carraa kun seenaa abbootiin…
Balaa Tiraafikaa godina Halaabaatti qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaa godina Halaabaa aanaa Weeyraatti balaa Konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbuu qajeelchi Poolisii aanichaa beeksiseera.…
Magaalaa Jigjigaatti mana kitaabaa Birrii miiliyoona 60 ijaaruuf dhagaan bu’uraa ka’ame
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)- Magaalaa Jigjigaatti mana Kitaabaa Birrii miiliyoona 60 ijaaruuf dhagaan bu’uraa ka’ameera.
Itti Aanaan Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee…
Sanada sobaa fayyadamuun gajaraan gara biyyaa galuuf ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)- Sanada sobaa fayyadamuun gajaraan gara biyyaa galuuf ture to’annaa jala oolu Ministeerri Galiiwwanii beeksisee.
Sanada sobaatin maqaa nama dhuunfaatin…