Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Gaamootti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Godina Gaamoo aanaa Gaacoobaabaatti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.
Aanichaatti Rooba cimaa roobeen namoota lubbuun…
Lammiileen Ityoophiyaa 298 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 298 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa…
Magaalaa Sabbataatti bilbiloonni gosa garagaraa kumni 4 ol seeran alaa daddabarfamaa turan to’annaa…
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)- Magaalaa Sabbataatti bilbiloonni gosa garagaraa 4065 ol seeran alaa daddabarfamaa turan to’anna jala oolaniiru.
Meeshaaleen kunneen eeruu uummataatin…
Manni Barnootaa Ifa Boruu Dugda Daawwaa ijaarsi isaa xumurame
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Manni Barnootaa Ifa Boruu Dugda Daawwaa ijaarsi isaa xumurame.
Godina Gujii Lixaa aanaa Dugda Daawaa ganda Burqaa Arbichootti Manni Barnoota Ifa…
Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi bilbila dhimmoota nageenyaaf sodaachisoo ta’aan eeruun itti laatamuu…
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)-Komishinii Poolisii Federaalaa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi bilbilaa dhimmoota nageenyaaf sodaachisoo ta’aan poolisiidhaaf eeruun itti laatamuu…
Izzii Kibbaatti miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessisaniif sadarkaan guddina…
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Izzii Kibbaatti miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessisaniif sadarkaan guddina gulantaa laatamuu ibsameera.
Raayyaan…
Naannoo Oromiyaatti raawwiin hojii Mootummaa fi Paartii qoratamaa jira
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)- Raawwiin hojii Mootummaa fi Paartii kurmaana 3ffaa Naannoo Oromiyaa qoraatamuu eegaleera.
Qorannoo hojii kun magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti…
Godina addaa naannawaa Finfinneetti qonna jallisiirraa callaa gaarii argachuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Qonnaan bultoonni Godina addaa naannawaa Finfinnee bara kana qonna jallisiirraa callaa gaarii argachuuf hojjechaa jiraachuu himaniiru.…
Hinditti guyyoota arfan walitti aananiif lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabanii addunyaarraa…
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Indiyaan walitti aansuun guyyoot afuriif lakkoofsa namoota guyyaa tokkotti vaayrasii koroonaan qabaman akka addunyaatti isa olaanaa ta'e galmeessite.…
Aartiist Masfin Geetaachoow addunyaa kanarraa du’aan boqate
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Aartiist Masfin Geetaachoow addunyaa kanarraa du'aan boqateera.
Aartiist Masfin Geetaachoow vaayrasii Koroonaan qabamee Hospitaala Eekkaa Kotabeetti…