Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Jastiin Tiruudoo waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gita…
Preezdaant Saahilawarq ambaasaaddaroota haaraaf qajeelfama hojii laatan
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddaroota haaraa Ityoophiyaa bakka bu’uun biyyoota garaagaraatti ramadamaniif qajeelfama hojii…
Ityoophiyaan damee daandii baaburaan galii argamsiisuuf hojjechaa jirti- Aadde Daagimaawit mogaas
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas Ityoophiyaan damee daandii baaburaa misoomsuun galii argamsiisuuf hojjechaa jiraachuu ibsan.…
Obbo Taaggasee Caafoo fi obbo Iristuu Yirdaaw bu’uuraalee misoomaa godina Gaamootti hojjetaman…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Af Yaa’iin Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo fi itti aanaan Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Iristuu Yirdaaw…
Daayreektarri olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa deeggarsi namoomaa naannoo Tigraay fooyya’aa…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Daayreektarri olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa Deeviid Beezliin deeggarsi namoomaa naannoo Tigraayitti taasiifamaa jiru fooyya’aa jiraachuu…
Bulchiinsi Magaalaaa Finfinnee Ijaarsa Hospitaalota waliigalaa lamaa eegalchiise
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo fi Kolfee Qaraaniyootti Hospitaalota…
Yuuniyeeniin Qonnaan Bultootaa Buna Oromiyaa Mana Kuusaa Toonii kuma 16 qabatu eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Yuuniyeeniin Qonnaan Bultoota Bunaa Oromiyaa mana kuusaa bunaa toonii kuma 16 qabatu danda’a Birri miiliyoona 47 ta'uun Godina Gujii Lixaa Magaalaa…
Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa qajeelfamni lakk. 7/2013 keyyanni 16(2) akka haqamu murteesse
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaaleessa filannoo waliigalaa marsaa 6ffaaf galmee kaadhimamtootaa raawwachaa jiraachu ibsameera.
Adeemsa galmee…
Caffeen Oromiyaa Yaaíi Idilee 13ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa har’aa eegalee ni gaggeesa
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa Yaaíi Idilee 13ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa Gurraandhala 18-21/2013 kan gaggeesu ta’uu ibsame.
Yaa’íi idilee 13ffaan…
Naannoon Beenishaanguul Guumuuz naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 15 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Bulchiinsi Mootummaan naannoo Beenishaanguul Guumuuz naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 15 fi Ambulaansii 1 deeggarsa taasiiseera.
Naannoo…