Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamtaan Awurooppaa fi mootummaan Jarman Boordii Filannoo Biyyaalessaa konkolaattoota 22 gumaachan
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa fi mootummaan Jarman Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaaf konkolaattoota 22 gumaachaniiru.
Sirni walharkaa…
Hoggantoonni Federaalaa fi naannoo Kibbaa godina Gaamootti daawwannaa taasiisaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannoo Kibbaa godina Gaamoo aanaa Canchaa magaalaa Doorzeetti daawwannaa hojii taasiisaa jiru…
Naannoo Sidaamaatti qaxarrii fi guddinni sadarkaa seeraan alaa hojjettoota mootummaa 81 haqame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti qaxarrii fi guddinni sadarkaa seeraan alaa hojjettoota mootummaa 81 haqamuu Komishiniin Namuusaa fi Farra Malaammaltummaa…
Magaalaa Sandaafaatti sagantaa nyaata barattootaaf qophaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Sandaafaatti sagantaa nyaata barattootaaf qophaa'eera.
Magaalaa Sandaafaa Bakkeetti mana…
Lammiileen Ityoophiyaa 115 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandha 19, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 115 Omaanii gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qonsilaa Ministiraa Dhimma Alaa…
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Adaamaatti Proojektoota misoomaa daawwwataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastara Magaalota naannoo Oromiyaaa, Aadde Caaltuu Saaniin durfamu Magaalaa Adaamaatti…
Oomishni Zayitaa warshaa Feebeellaa gara Finfinnee galuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Oomishni Zayitaa warshaa Feebeellaa gara Finfinnee galuu eegaluu ibsame.
Warshaan Zayitaa Feebeellaa ji'aan Zayita liitira miiliyoona 3…
Dooktar Abiy Preezdaantoota naannolee fi walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaaleessaa waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantoota naannolee fi walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaaleessaa waliin mari'ataniiru.…
Naannoo Tigraayitti midhaan gargaarsaa kuntaalli 800 ol seeraan ala ba’uun wayita imaluuf jedhu…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Midhaan mootummaan Federaalaa jiraattoota magaalaa Shiree fi naannawaa isheef deeggarsaaf erge kuntaalli 800 seeraan ala ba’uun wayita…
Obbo Dammaqaan kabaja Ayyaana Adwaa 125ffaa Kaampaalaatti gaggeeffameerratti intarneetiin hirmaatan
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) -Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin kabaja Ayyaana Adwaa 125ffaa Imbaasiin Ityoophiyaa…