Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abrahaam Balaay Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Abrahaam Balaay Ambaasaaddara Chaayinaa Zyi'aa'oo Zyiihihuu waliin mari'ataniiru.…
Obbo Ahimad Shiideen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaa addaa komishinara olaanaa…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaa addaa komishinara olaanaa baqattootaa Afrikaa Bahaa…
ABUT garee ABO Shaneetti fayyadamuun naannoo Oromiyaatti halleellaan raawwachuuf ture fashalaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- ABUT garee ABO Shaneetti fayyadamuun naannoo Oromiyaatti halleellaan raawwachuuf ture fashalaa’uu Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibseera.…
Ityoophiyaan dhiibbaa mirgoota namoomaa jiru jedhaman irratti qorannoo barbaachisaa ni taasifti-Obbo…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan dhiibbaa mirgoota namoomaa jiru jedhaman irratti qorannoo barbaachisaa akka taasiftuu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirii…
Diyaaspooraan lammiilee naannoo Tigraayiif deeggarsa namoomaa taasisuu qaba-Dooktar Muluu Naggaa
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Diyaaspooraan dhalattoota naannoo Tigraay ummattoota naannichaaf deeggarsa namoomaa taasisuu akka qabu Hoji gaggeessaan bulchiinsa yeroo naannichaa…
Maqaleetti humni elektirikaa addaan citee ture deebi’uun tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Magaalaa Maqaleetti humni elektirikaa addaan citee ture deebi’uun tajaajila laachuu eegaleera.
Miidhaan Bu’uraalee misoomaa humna…
Jilli Muummee Ministiraa FDRI duraanii obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyiin durfamuu Jigjigaa gale
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa FDRI duraanii obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyiin durfamuu Jigjigaa galeera.
Obbo Hayilamaariyaam Dassaaleny waliin…
Mootummaan naannoo Tigraayitti lammiilee miiliyoona 3.1f deeggarsa namoomaa raabsuu beeksiise
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Mootummaan hanga ammaattii naannoo Tigraayitti lammiilee miiliyoona 3.1f deeggarsa namoomaa raabsuu beeksiiseera.
Waajjirri Muummee…
Naannoon Kibbaa Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Mootummaan naannoo Kibbaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 fi ambulaansoota 2 taasiseera.
Manni…
“Ityoophiyaan biyya murna tokkoon ijaaramte osoo hin taane biyya aarsaa sabaa fi sablammootaan…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa bifa adda ta’een kabajuuf qophiin xumuramuu isaa beeksise.…