Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 716 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 716 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Rakkoon geejjibaa saffisaan furmaata yoo hin arganne adeemsi filannoo gufachuu danda’a –…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) - Meeshaalee Filannoo imalchiisuuf rakkoon geejjibaa jiru saffisaan furmaata yoo hin arganne adeemsi filannoo gufachuu akka danda'u Boordiin Filannoo…
Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo Sudaanitti Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddar Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroo Sudaanitti Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa Roobart Vaan Daan waliin dhimmoota waqtaawaa…
‘UNHCR’ gabaasa hin taane dhiyeessuu isaaf dhiifama gaafachuu akka qabu Raayyaan Ittisa Biyyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Komishiniin Olaanaa Baqattootaa (UNHCR) gabaasa hin taane dhiyeessuu isaaf dhiifama gaafachuu akka qabu Raayyaan…
Oomishni qamadii Jallisii Goojjam Bahaa Aanaa Baasoo Liibanitti oomishamaa jiru abdachiisaa ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad oomishni qamadii Jallisii Goojjam Bahaa Aanaa Baasoo Liibanitti oomishamaa jiru abdachiisaa ta’uu ibsaniiru.…
Abbaan Taayitichaa proojaktoota ijaarsa daandii haaraa kontiraaktaroota waliin mallatteesse
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Finfiinnee proojaktoota ijaarsa daandii haaraa kontiraaktaroota waliin mallatteesse.
Abbaan Taayitichaa baasii…
Paartiin Badhaadhinaa waltajjii paartiin Komiinisti Chaayinaa qopheesse irratti hirmaate
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa waltajjii paartiin Komiinisti Chaayinaa qopheesse irratti hirmaateera.
Waltajjicharratti hoggantoonni paartiilee siyaasaa…
OBN dhaabbata Sab-qunnamtii uummataa Beenshaangul Gumuuz waliin hojjechuuf sanada waliigaltee…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC)- Oromiyaa Broodkaastiing Neetworkiin dhaabbata Sab-qunnamtii Uummataa Beenshaangul Gumuuz waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallattesseera.…
Sirni awwaalchaa Looreetii Addunyaa Dooktar Xibabaa Yamana Birhaan raawwatame
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Looreetii Addunyaa Dooktar Xibabaa Yamana Birhaan Mana Amanataa Kiristaanaa Kaatediraalaa Sillaasetti raawwatameera.…
Dambi Doollootti manni barnootaa bultii adda Dooktar Nagaasoo Gidaadaa hojii baruu fi barsiisuu…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC)- Manni barnootaa bultii addaa Maqaa Dooktar Nagaasoo Gidaadaan Yuunvarsitii Dambi Doolloon baname barsiisoota ga'umsa qabaniin sirna baruu…