Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Fayyaa 9ffaa naannoo Gambeellaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Yaa’iin Fayyaa 9ffaa naannoo Gambeellaa gaggeeffamaa jira.
Hoogganaan Biiroo Fayyaa naannichaa Root Gaatooch naannichatti damee fayyaa…
Boordichi marsaa 3ffaan dhaabbilee waldaa Siiviilii 57f beekkamtii laachuu ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa dhaabbilee Waldaa Siiviilee 57f marsaa 3ffaan beekkamtii laachuu ifoomseera.
Boordiin Filannoo…
Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti itti aanaa itti gaafaatama…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamaayyahu Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti itti aanaa itti gaafaatama kutaa Afrikaa…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Konfaransii Qorannoo Paarlaamaa 1ffaa eegale
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota ummataa Konfaransii Qorannoo Paarlaamaa 1ffaa ‘Paarlaamaa, Deemookraasii fi mirga namoomaa’ mata duree jedhuun gaggeessuu…
Jiraattoonni magaalaa Saqoxaa fi naannawaa ishee deeggarsa hooggansa jijjiiramaa Dooktar Abiy…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Saqoxaa fi naannawaa ishee deeggarsa hooggansa jijjiiramaa Dooktar Abiy Ahimadiif qabaniif hiriira nagaa bahuun ibsaa jiru.…
Wixinee labsii fandii misooma qabeenya bishaanii naannoo Oromiyaa hundeessuuf qophaa’erratti…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Wixinee labsii fandii misooma qabeenya bishaanii naannoo Oromiyaa hundeessuuf qophaa’erratti qooda fudhattoota waliin mari’atameera.…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Jimmaa aanaa Maannaa ganda Harootti hojii misoomaa…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Hogganaa kilaastera Misoomaa baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Jimmaa aanaa…
Guyyaan yaadannoo wareegamtootaa 84ffaan kabajameera
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Siidaa yaadannoo wareegamtootaa Gurraandhala 12 tti argamuun abaaboo…
Murtoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa gaggeessuuf hojiileen dandeessisan raawwatamaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) - Koreen hojii raawwachiiftuu murtoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa murtoo ummataa gaggeessuuf hojiilee dandeessisan raawwachaa jiraachuu ibseera.…
Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee sagantaa kakaasii filannoo jalqabaa gaggeesse
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee sagantaa kakaasii filannoo jalqabaa har'a gaggeesseera.
Saganticharratti kan argaman itti aantuun…