Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Federeeshiinii raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen erga baga gammadaanii dabarse
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeeshiinii raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen erga baga gammadaanii dabarseera.
Raayyaan Ittisa Biyyaa duula olaantummaa seeraa…
Ayyaanni sabaa fi sablammootaa 15ffaan magaalaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Ayyaanni sabaa fi sablammootaa 15ffaan magaalaa Finfinneetti kabajameera.
Ayyaanicha itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee,…
Jiraattoonni magaalaa Walqaayit, Xagadee fi Daanshaa raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Walqaayit, Xagadee fi Daanshaa raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee ibsaniiru.
Jiraattoonni…
Jiraattoonni magaalaa Adaamaa raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Adaamaa raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee ibsaniiru.
Jiraattoonni kunneen gammachuu…
Yoo booji’amnes juuntaa ABUTtiin osoo hin taanee Ityoophiyaa fi Ityoophiyuummanidha-L/J Baacaa…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Raayyaan ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeessaa turee xumuruun hawaasa gara qe’eesaatti deebiisu eegaluu…
Barattoota bara 2012 eebbifamaniif boruu irraa eegalee waamichi ni taasifama
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Barattoota bara 2012 eebbifamaniif boruu irraa eegalee waamichi akka taasifamuuf Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo beeksise.…
Ministirri Walta’iinsaa fi Immigreeshiini Diyaaspooraa Israa’eel Taamaanoo Shiitaa Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Walta’iinsaa fi Immigreeshiini Diyaaspooraa Israa’eel Taamaanoo Shiitaa Finfinnee galaniiru.
Wayita Buufata Xiyyaaraa Boolee idil…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee daawwannaa hojiif Jibuutii galan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee daawwannaa hojiif Jibuutii galaniiru.
Preezdaant Saahilawarq, preezdaant Jibuutii Ismaa’eel Omaar Gillee…
Manni maricha walga’ii addaa boruu bakka Dooktar Abiy Ahimad argamanitti ni gaggeessa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Mannii Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii addaa waggaa 6ffaa bara hojii 2ffaa boruu bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti ni…
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee raayyaan ittisa biyyaa Maqalee to’achuusaaf gammachusanii ibsan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Finfinnee raayyaan ittisa biyyaa Maqalee to’achuusaatif gammachusanii ibsaniiru.
Jiraattoonni kunneen raayyaan ittisa biyyaa…