Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanaach raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen baga gammaddan jedhan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen baga gammaddan jedhaniiru.
Mallattoo…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen baga gammaddan jedhan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC0- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen baga gammaddan jedhaniiru.
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee…
Ummanni Tigraay garee Finxaaleyyii ABUT waliin akka hin taane gochaan mirkaneesse- Dooktar Abiy
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Ummanni Tigraay garee Finxaaleyyii ABUT waliin akka hin taane gochaan mirkaneessuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Raayyaan…
Raayyaan Ittisa Biyyaa Maqalee guutumaan guutuutti too’ate
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa Maqalee guutumaan guutuutti too’achuu Itaa Maajoor Shuumiin Ajaje humna waraanaa waliigalaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan…
Garee finxaaleyyii biyya keessaa fi alaa yakkaa saamichaa fi Miidiyaa fayyadamuun olola biyya diiguu…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) –Hoggantoota waraanaa olaanoo sadarkaa garaagaraarra jiranii fi qaamolee dhuunfaa biyya keessaa fi alaa yakkaa saamichaa fi miidiyaa fayyadamuun olola biyya…
Waraana mootummaan hidhachiiseen ala qaamni kamiyyuu meeshaa waraana hidhatee ummata keessa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Waraana mootummaan hidhachiiseen ala qaamni kamiyyuu meeshaa waraana hidhatee ummata keessa socho'uu akka hin qabn Abbaan Gadaa Gujii fi walitti qabaan…
Tarkaanfiin fudhatamaa jiru duula olaantummaa seeraa kabachiisuu malee lola walwalii miti…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) -Tarkaanfiin garee ABUT Maqalee mandheeffaterratti fudhatamaa jiru duula olaantummaa seeraa kabachiisuu malee lola walwalii akka hin taane Qulqulleessi…
Godina Shawaa Kaabaatti proojektoonni dandamannaa jijjiirrama haala qileensaa daawwatame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Jilli hoggaanaa Abbaa Taayitaa Eegumsa naannoo, bosonaa fi jijjiramaa qilleensaa Oromiyaa obbo Seefaddiin Mahaddiin durfamu godina Shawaa Kaabaa Aanaa…
Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Dooktar Abiy jila gamtaa Afrikaa simachuun dubbisuu isaaniif…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila gamtaa Afrikaa simachuun dubbisuu isaaniif…
Boordiin Sakattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa daawwannaa marsaa duraa gaggeessaa jira
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Boordiin Sakattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa daawwannaa dirree marsaa jalqabaa gaggeessaa jiraachuu ibsame.
Sadaasa 14, 2013 daawwannaa dirree…