Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin adeemsa ijaarsa Hidha Haaromsaarratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) –Adeemsa ijaarsa Hidha Haaromsaarratti mariin Imbaasiiwwan Ityoophiyaa biyyoota Eeshiyaa fi Paassifik hirmaachise gaggeeffame.
Ministeerri Dhimma Alaa…
Hojiiwwan ijaarsa daandii Konkiriitii Aspaaltii Bishooftuu- Caffee Doonsaa- Sandaafaa gaggeeffamaa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) - Ijaarsa daandii Konkiriitii Aspaaltii Bishooftuu- Caffee Doonsaa- Sandaafaaf hojiiwwan lafa qotuu fi oomishni ujummoo boo’ii lolaa gaggeeffamaa jiraachuu…
Miseensoota Kaawunsilii Atlaantikiif tarkaanfii naannoo Tigraayitti fudhatamaa jiru irratti ibsi…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Tarkaanfii olaantumaa seeraa mirkaneessuu naannoo Tigraayitti fudhatamaa jiru ilaalchisee miseensoota Kaawunsilii dhaabbilee qorannoo fi qoo’annoo…
Abbootii qabeenyaa Hindii fi Baangiladeesh Ityoophiyaatti hojii misoomarratti bobba’aniif haala…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) - Abbootii qabeenyaa Hindii fi Baangiladeesh Ityoophiyaatti hojii misoomarratti bobba’aniif duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti…
Ityoophiyaatti Kaawunsiliin Proofeesarootaa hundaa’e
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti Kaawunsiliin Proofeesaroota guutuu hundaa’e.
Hundeeffamni Kaawunsilichaa hayyoota Ministeera Dhaabbilee barnootaa olaanoo waliin…
Siidaan Caalii Shoonoo ebbifame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Siidaan Caalii Shonoo godina Iluu Abbaa Boor aanaa Yaayyootti ijaarrame ebbifame.
Siidichi Birrii miiliyoona 3 fi kuma dhibba 2 ijaarrame.…
Godina Gujii Lixaa magaalaa Bulee Horaatti waltajjiin marii nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Godina Gujii Lixaa magaalaa Bulee Horaatti waltajjiin marii nageenyaa bakka buutoota jiraattoota godinichaa hirmaachise gaggeeffame.
Waltajjii marii…
Mariin paanaalii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet mana maree federeeshinii waliin qopheesse…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Mariin Paanaalii guyyaa sabaa fi sablammootaa 15ffaa ilaalchisee Faanaa Broodkaastiing Koorporeet Mana Maree Federeeshinii waliin ta’uun qopheesse…
Naannoo Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Sadaasa30 hanga Muddee 2, 2013tti laatama
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Sadaasa 30 hanga Mudde 2, 2013tti kan laatamu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.
Qormaanni kutaa 8ffaa…
Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 42 olitti tilmaamamu too’atame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Sadaasa 11-17, 2013tti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 42 fi kuma dhibba 7 fi kuma 49 olitti tilmaamamu too’atamuu ibsameera.
Meeshaaleen…