Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaa ittisa biyyaa deeggaruuf ogeeyyiin yaala fayyaa marsaa 2ffaan gara sana imalan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Tarkaanfii olaantummaa seeraa mirkaneessuuf naannoo Tigraayitti fudhatamaa jiru deeggaruuf ogeeyyiin yaala fayyaa marsaa 2ffaan gara sana imalan.…
Obbo Dammaqaan ministira dhimma alaa Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) - Itti aanaa muummee ministiraa fi ministirri dhimma alaa FDRI Dammaqaa Makoonnan ministira dhimma alaa Jarman Haaykoo Maat waliin haala waqtaawaa fi…
Kaaba biyyattiirraa lammiilee buqqa’an gargaaruuf hojjetamaa jiraachuu koomiishinarri…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) - Kaaba biyyattiirraa lammiilee buqqa'an gargaaruuf hojjetamaa jiraachuu koomiishinarri Koomiishini Hoggansa Sodaa Balaa Mitikkuu Kaasaan beeksisan.…
Raayyaan ittisa biyyaa magaalaa Hiiwaanee garee ABUT jalaa bilisa baase
Finfinnee, Sadaasa 18,2013 (FBC) -Raayyaan ittisa biyyaa magaalaa Hiiwaanee garee ABUT jalaa bilisa baasuu ibsame.
Leetanaal Janaraal Baacaa Dabaleen ibsa laataniin akka…
Raayyaan ittisa biyyaa Maqalee fi garee juuntaa to’achuuf iddoolee ijoo qabate
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) - Raayyaan ittisa biyyaa Maqalee fi garee juuntaa to'achuuf iddoolee ijoo qabate.
Hawzeen, Al Najaashii, Aaddiiqayyah, Maaymasaanoo fi Wuqroo…
Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti miidhaa kan qaqqabsiise biyya kamittuu fudhatama hin qabu –…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Gareen ABUT kutaalee biyyatti gara garaatti badiiwwan uumamanii fi yakkoota olaanoon itti gaafatamaa ta’uu Abbaan ALangaa Waliigalaa Federaalaa Dooktar…
Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu manneen barnootaa dhuunfaa Sadaasa 21, 2013 ni…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Biiroon Barnoota magaalaa Finfinnee adeemsi baruu fi barsiisuu manneen barnootaa dhuunfaa kutaa 1ffaa irraa jalqabee Sadaasa 21, 2013 kan eegalu ta’uu…
Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbe
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Aanaa Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbeera.
Balichi tilmamaan sa'aatii 8:00tti ganda Weerarsoo Maalimaa iddoo addaa Ilamuu…
Komii himatamtoonni galmee himata obbo Jawaar Mahaammaadfaa dhiyeessaan irratti Abbaan Alangaa komii…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Dhaddachaa yakkaa mana murtii federaalaa 1ffaatti komii abbaan alangaa dhaggeeffachuuf beellama Sadaasa 18, 2013 qabameen Abbaan Alangaa komiisaa mana…
Jilli Caaltuu Saaniin durfamu Proojaktoota fi keenninsa tajaajila waajjiiraalee mootummaa Bulchiinsa…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Jilli Caaltuu Saaniin durfamu Proojaktoota fi keenninsa tajaajila waajjiiraalee mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa daawwatan.
Jilli Itti…