Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr. Abiy Ahimad Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Siiriil Raamaafoosaa Ityoophiyaatti hojii olaantummaa…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Siiriil Raamaafoosaa Ityoophiyaatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu waan…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Gorsaa Dhimma Alaa fi Imaammata Nageenyaa Chaansilaara Jarmanii Dooktar Jaan…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Obbo Dammaqaa Mokonnin Gorsaa Dhimma Alaa fi Imaammata Nageenyaa Chaansilaara Jarmanii Dooktar Jaan Heekar waliin mari’atan.
Itti Aanaan…
Jiraattoonni kutaa magaalaa Addisii fi aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Jiraattoonni kutaa magaalaa Addisii fi aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.
Magaalaa Finfinneetti jiraattoonni kutaa magaalaa…
Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa fi Somaalee akkaataa Afaan Oromoo fi Afaan Somaalee naannoolee…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa fi Somaalee akkaataa Afaan Oromoo fi Afaan Somaalee naannoolee lamaan keessatti barsiisuun danda'amurratti mari'achaa…
Proojektoonni fayyaa buleeyyiin 145 xumuraman – Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Kilaasterri hawaasummaa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa hordoffii fi deeggarsa addaa taasiseen proojektoonni fayyaa buleeyyiin 145 xumuramuu ibsame.…
Fooramiin daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Afrikaa kibbaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Fooramiin daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Afrikaa kibbaa viidiyoo konfiraansiin gaggeeffameera.
Ministir deettaan Ministeera Daldalaa fi…
Beeljiyeemitti Imbaasiin Ityoophiyaa sagantaa Buna beeksisuu qopheesse
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Beeljiyeemitti Imbaasiin Ityoophiyaa sagantaa Buna beeksisuu qopheesse.
Sagantaan ‘Buna Ityoophiyaa Beeljiyeemii fi Luukzambargitti beeksisuu’ mata…
Obbo Musxaafeen jiraattoota aanaa Daanood waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxaafee Mahaammad jiraattoota aanaa Daanood waliin mari’atan.
Jilli Itti aanaan Preezdaantii naannoo…
Miseensota ABO shanee fi fakkaattota isaanii tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu qajeelchi Poolisii…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Humnoota badii yaaddoo nageenyaa ta’an yeroo dhumaatiif barbadeessuuf oopireeshinii godhamaa jiruun miseensota ABO shanee fi fakkaattota isaanii…
Magaalaa Sabbataatti dhaabbanni waarshaa Arbaaminch mana barumsaa Roggee Gooroof teessoo barattootaa…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Sabbataatti dhaabbanni waarshaa Arbaaminch mana barumsaa Roggee Gooroof teessoo barattootaa 250 hojjachisuun gumaache.
Magaalaa Sabbataatti…