Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bulchiinsa magaalaa finfinnee Sadaasa 24-25, 2013 kennama
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bulchiinsa magaalaa finfinnee Sadaasa 24-25, 2013 kennama.
Biiroon Barnootaa Bulchiinsa magaalaa finfiinee…
Ijaarsi Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa qajeeltoowwan idil addunyaa eeguun hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Ijaarsi Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa qajeeltoowwan idil addunyaa eeguun haala biyyoota yaa’ichaa akka hin miineetti hojjetamaa jiraachuu ibsame.…
Godina Matakkalitti farreen nageenyaa 23 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkalitti farreen nageenyaa 23 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Komaand Poostiin godinichaa beeksise.
Naannoo…
Magaalichatti dhaabbileen 22 ol naga’eedhan ala gurgurtaa raawwata turan to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti dhaabbileen 22 ol naga’eedhan ala gurgurtaa raawwata turan to’atamu Biiroon Galiiwwaan magaalaa Finfinnee beeksise.
Biirichi…
Obbo Dammaqaa Mokonnin ministira Dhimma Alaa Faransaay Zho Ivi Ladiriyoo waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Obbo Dammaqaa Mokonnin ministira Dhimma Alaa Faransaay Zho Ivi Ladiriyoo waliin mari’atan.
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa…
Amaasaaddarootaa fi bakka buutoota dhaabbilee idil addunyaa Kuwaatar Dohaatti argamaniif haala…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Amaasaaddarootaa fi bakka buutoota dhaabbilee idil addunyaa Kuwaatar Dohaatti argamaniif ambaasaaddar Saamiiyaa Zakaariyaan haala yeroorratti ibsi…
Dhaloota baratee fi fayyaa-buleessatu biyya cimtuu ijaara; badhaadhina maatii fi ummataas…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) - Boqonnaan keessa jirru hojiiwwan misoomaa, nageenyaa fi ijaarsa sirnaarratti eegalame karaa hoo'ina isaa eeggateen itti fufsiiisuuf murteessaadhan jedhan…
Hoggantoonni waraanaa olaanoon haleellaa raawwachuun shakkaman yeroo 2ffaaf mana murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Hoggantoonni waraanaa olaanoon Onkololeessa 24, 2013 haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Iizzi Kaabarratti raawwachuun shakkaman 7 yeroo 2ffaaf har’a…
Ityoophiyaanoonni 56 Beeruutii deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 56 Beeruutii gara biyyaa deebi’an.
Ityoophiyaanoota sanada eeyyama jireenyaa hin qabne marsaa 9ffaan Beeruutii gara biyyaa deebi’uuf…
Naannoo Gambeellaatti shirri badii garee ABUT tiin raawwatamuuf karoorfamee ture fashalaa’e
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti shirri garee badii ABUTtiin raawwatamuuf karoorfamee ture tattaaffii ummataa fi qaamolee nageenyaan fashalaa’uu Preezdaantiin…