Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajila ummataaf kennamu fooyyeessuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Tajaajila ummataaf kennamu fooyyeessuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Paabilik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Humna Namaa Oromiyaa beeksise.
Rakkoowwan…
Naannoo Tigiraayitti bakkeewwan Raayyaa ittisaa Biyyaatiin to’atamanitti deeggarsi namoomaa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraayitti bakkeewwan Raayyaa ittisaa Biyyaatiin to’atamanitti deeggarsi namoomaa dhiyaachaa jiraachuu Waajjirii Muummee Ministiraa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaanti Faransaay Imaanu’eel Maakiroon waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaanti Faransaay Imaanu’eel Maakiroon waliin mari’atan.
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo…
Hidhi Haaromsaa baatii Waxabajjii anniisaa maddisiisuu marsaa jalqabaa ni eegala – Dooktar Injiinar…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Guudichi ityoophiyaa baatii Waxabajjii anniisaa maddisiisuu marsaa jalqabaa akka eegalu Ministirri Bishaan, Jallisii fi Inaarjii Dooktar…
Ijaarsaawwan dubartootaa magaalichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birri miiliyoona dhibba 1 fi…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Ijaarsaawwan dubartootaa magaalaa Finfinneetti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 90 fi kuma dhibba 8…
Magaalaa Adoolaatti maallaqni sobaa Birrii kuma 72 fi 400 to’atamuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaa Godina Gujii magaalaa Adoolaatti maallaqni sobaa Birrii kuma 72 fi 400 to’atamuu poolisiin beeksiseera.
Maallaqni sobaa kun kan…
Waltajjiin nageenyaa biyyaalessaa dargaggootaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Haala yerooratti kan xiyyeeffate waltajjiin nageenyaa biyyaalessaa dargaggootaa gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi mata duree ‘dargaggummaa koo…
Argannoo Oodiitiirratti tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu koreen dhaabbii yaadachiise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Argannoo Oodiitiirratti tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu koreen dhaabbii bulchiinsa baasii mootummaa fi too’annoo yaadachiise.…
Mariin mata duree ‘biyyaakoo haleellaarra eeguuf raayyaa ittisa biyyaa cina nan dhaabbadhaa’ jedhu…
Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Mariin mata duree ‘biyyaakoo haleellaarra eeguuf raayyaa ittisa biyyaa cina nan dhaabbadha’ jedhu gaggeeffama jira.
Marichi waajjira Dhimmota Dubartootaa…
Jiraattoonni kutaa magaalaa Araadaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 70 taasisan
Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Jiraattoonni kutaa magaalaa Araadaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 70 fi meeshaalee garagaraa taasisaniiru.
Deeggarsa jiraattoonni…