Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiila Itti Aantuu Preezdaantii fi Qindeessitu Kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa addee Caaltuu…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Jiila Itti Aantuu Preezdaantii fi Qindeessitu Kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa addee Caaltuu saaniitiin durfamu magaalaa Bishooftuu daawwachaa…
Obbo Dammaqaan Doomiiniik Raab waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministiraa Dhimma Alaa Ingiliz Doomiiniik Raab waliin…
“Pilaanin Magaalaa lafa akka hin buuneef sababni ijaarsa seeraan alaati’’ – Bulchiinsa Magaalaa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Buraayyuu ijaarsa seeraan alaafi saaminsa lafaa xiqqeessuuf hawaasa magaalitti 6000 ol ta’aniif hubannoo uumeera.
Kanaanis,…
Raayyaan Ittisa Biyyaa duula marsaa xumuraa fi sadaffaan akka raawwatu ajaja kennuu Muummeen…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Raayyaan Ittisa Biyyaa duula marsaa xumuraa fi sadaffaan akka raawwatu ajaja kennuu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad beeksisaniiru.
Duula kanaan…
Gareen badii ABUT haleellaa Maayikaadiraatti raawwate Maqaleetti irra deebi’uuf socho’aa jiraachuu…
Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Gareen badii ABUT haleellaa Maayikaadiraatti raawwate Maqaleetti irra deebi’uuf socho’aa jiraachuu Komishiniin Poolisii Federaalaa ibseera.
Komishinichi…
Obbo Dammaqaan Deeviid Ku’arii waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Muummee Ministiraa Biriitaaniyaatti Ministira…
Guyyaan sabaa fi sablammootaa boruu Jigjigaatti ni kabajama
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Guyyaan sabaa fi sablammootaa guyyaa boruu bakka bakka buutoonni naannoo argamanitti Jigjigaatti kan kabajamu ta’uu ibsameera.
Kabaja…
Imbaasichi ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Kaayiroo taasiifataniif haala…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gibtsitti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Maarqos Takleen ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Kaayiroo taasiifataniif tarkaanfii mootummaan…
Obbo Gadduun Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin haala yeroorrattai mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gorsaan dhimma Nageenyaa Muummee Ministiraa obbo Gadduu Andaargaachaw Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin dhimma haala yeroorratti…
BBCn dubbii MM FDRI Dooktar Abiy hin dubbanne akka dubbataniitti eeruun oduu sobaa tamsaasuun himame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) - BBCn dubbii Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hin dubbanne akka dubbataniitti fudhachuun odeeffannoo sobaa tamsaasuu Qulqulleessi…