Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti sakatta’insa yeroo adda addaa taasifamaa jiruun maatiin…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti sakatta'insa yeroo adda addaa taasifamaa jiruun maatiin garee juuntaa ABUT badii raawwachuu socho'aa jiran…
Naannoo Harariitti sakkata’insa taasifameen meeshaaleen waraanaa to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti sakkata’insa taasifameen meeshaaleen waraanaa to’atamuu komishiin poolisii naannichaa beeksiseera.
Itti Aanaan komishinaraa…
Gamtaan Awurooppaa dhimma Ityoophiyaa keessa galuuf fedhii kan hin qabne ta’uu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu keessa galuuf gamtaan Awurooppaa fedhii kan hin qabne ta’uu ibseera.
Itti…
Daldaltoonni kuduraa fi muduraa Dirree Jaanitti akka hojjetan taasifaman dhiyeenyatti bakka isaaniif…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) –Daldaltoonni kuduraa fi muduraa Dirree Jaanitti akka hojjetan taasifaman dhiyeenyatti bakka isaaniif qophaa’e giddugala gabaattii ni naanneffamu.…
Bulchiinsa magaalaa Sabbataa Ganda 04 Naannoo masjiidaa Mahaammad Rajaatti Fanjiin xamadamee eeruu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Sabbataa Ganda 04 Naannoo masjiidaa Mahaammad Rajaatti Fanjiin xamadamee eeruu ummataatiin fashalaa'e.
Shirrii kunis Masjiida…
Profeesar Biiniyaam Daawwiit Mazmuur dhaabbata mootummoota gamtoomanitti miseensa koree mirgoota…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Profeesar Biiniyaam Daawwiit Mazmuur dhaabbata mootummoota gamtoomanitti miseensa koree mirgoota daa’immanii ta’uun irra deebiin filatame.
Profeesar…
Dargaggoonni ajandaa humnoota badii fudhachuun gara bosonaa seenaan fedhii isaanii karaa nagaan akka…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) –Dargaggoonni ajandaa humnoota badii fudhachuun gara bosonaa seenaan fedhii isaanii karaa nagaan akka mootummaatti akka dhiyeeffatan Itti Aanaan…
Biiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Naannoo Ormiyaa fandii eeggumsa hawaasummaa hundeessuun…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Biiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Naannoo Ormiyaa fandii eeggumsa hawaasummaa hundeessuun rakkoo hawaas-diinagdee furuuf hojjachaa jira.…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Sidaamaa hoggantoota mootummaa fi paartichaa waliin marii gaggeessaa…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Sidaamaa hoggantoota mootummaa fi paartichaa waliin gamaaggama raawwii hojii kurmaana1ffaa bara baajataa 2013…
Obbo Dammaqaa Makkoonniin gita isaanii Beeljiyeem Soofii Wiilims waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaan Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Beeljiyeem…