Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan itti aanaa Preezdaantii gamtaa Awurooppaa Miisteer Jooseep Booreel waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaan Makkoonniin itti aanaa Preezdaantii gamtaa Awurooppaa…
Ityoophiyaatti waltajjiin haalota raammoo Giinii baalleessuu danda’amurratti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti waltajjiin haalota raammoo Giinii baalleessuu danda’amurratti gaggeeffamaa jira.
Sagantichi guyyoota lamaaf kan turu ta’uu…
Raayyaan Ittisaa magaalaa Aksum erga galee naannichaatti nagaan bu’eera – jiraattota
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa erga magaalaa Aksum galee naannichaatti nagaan bu’uu jiraattonni magaalichaa dubbatan.
Jiraattoonni kunneen tajaajiloonni adda…
Kenninsi tajaajila mootummaa Elektirooniksiin akka kennamuu gochuuf hojjatamaa jiraachuu Ministeerri…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Kenninsi tajaajila mootummaa Elektirooniksiin akka kennamuu gochuuf hojjatamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshiinii fi Teeknooloojii beeksise.…
Miseensoota ABO shanee 14 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Godina Gujii Bahaa aanaa Gooroo Doolaatti Miseensoota ABO shanee 14 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Komishiiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.…
Hojii boonsaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Daanshaa hanga Aduwaatti hojjeteen garee juuntaa irratti…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Hojii boonsaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Daanshaa hanga Aduwaatti hojjeteen garee juuntaa irratti miidhaan namummaa fi meeshaa olaanaan qaqabu ibsame.…
Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan damee Faarmaasiiyuutiikaal Indaastiriin tumsaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Aljeeriyaatti aanga’aa guutuun Ityoophiyaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachaw Ministira Ministeera Faarmaasiiyuutiikaal Indaastiriin Aljeeriyaa Dooktar…
Godina Harargee Bahaatti meeshaaleen waraanaa gara garaa 110 to’atame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti meeshaaleen waraanaa gara garaa 110 to’atamuu qajeelchi poolisii godinicha beeksise.
Hogganaan Qajeelcha Poolisii…
Biyyoonni qajeeltoo dhimmoota biyyoota biroo keessa galuu dhabuu kabajuu qabu- Dooktar Abiy
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Biyyoonni qajeeltoo dhimmoota biyyoota biroo keessa galuu dhabuu kabajuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaadachiisan.…
Jilli Itti Aantuu preezdaantii fi Qindeessituu kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa aaddee Caaltuu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Jilli Itti Aantuu preezdaantii fi Qindeessituu kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa aaddee Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Duukam daawwachaa jira.…