Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan ajjeechaa jumlaa gareen Juuntaa ABUT Maaykaadiraatti balaaleffate
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Mootummaan FDRI ajjeechaa jumlaa lammiilee irratti gareen Juuntaa ABUT Maaykaadiraatti balaaleffate.
Gabaasa Komishiniin Mirga Namoomaa…
Humni hidhate gareen Juuntaa ABUT ajjeechaa jumlaa Maaykaadiraatti raawwate Maqaleetti irra deebbiin…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Humni hidhate gareen Juuntaa ABUT ajjeechaa jumlaa Maaykaadiraatti raawwate Maqaleetti irra deebbiin raawwachuuf qophii taasisaa jiraachuu…
Korri Miseensota Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo haala waktawaa biyyarratti mari’ataniiru
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Korri Miseensota Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo haala waktawaa biyyarratti mari’ataniiru.
Kora Miseensota Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo waliin har'a…
Ergamtoonni garee ABUT irra odeeffannoo burjaja’aa tamsaasuuf ergama fudhachuun lammiilee gara…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Ergamtoonni garee ABUT irra odeeffannoo burjaja’aa tamsaasuuf ergama fudhachuun lammiilee gara Sudaanitti baqatanitti makamusaanii Qulqulleessaan Ragaa…
Magaalichatti manneen kumni 79 ol seeraan ala ijaaramu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti manneen kumni 79 ol seeraan ala ijaarramuu fi lafti hektaarri kuma 1 fi 352 seeraan ala qabamu ibsameera.
Qorannoo weerara lafaa…
Ibsa haala yeroorratti preezdaant Shimallis Abdiisaa laataan
Gareen Juntaa TPLF saboota, sab-lammootaafi ummattoota biyya Itoophiyaarratti miidhaa hamaa geessisaa kan ture ta’uun ni beekama. Humni nama nyaataafi qaanii hin beekne kun gochoota…
Maayikaadiraatti lubbuu lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatame aangoorraa kan turan bulchaa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Maayikaadiraatti lubbuu lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatame aangoorraa kan turan bulchaa naannichaa,caasaalee nageenyaa fi dargaggoota ‘Saamrii’…
Obbo Dammaqaan Ministira dhimma alaa Xaaliyaan Luujii Di Maayoo waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaan Luujii Di Maayoo…
Naannoo Tigraayitti yakkamtoota badii raawwataniiru jedhaman qulqulleessuuf gareen qoratuu hojii…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti yakkamtoota badii raawwataniiru jedhaman qulqulleessuuf gareen qoratuu hojii eegaluu Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa beeksise.…
Arbaa Mincitti balaa tiraafikaatin lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Magaalaa Arbaa Mincitti balaa tiraafikaatin lubbuun namoota 9 darbu qajeelchi poolisii godinichaa ibse.
Ajajan poolisii godinichaa Komaandaar Rattaa…