Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti iddoowwan hedduutti humni elektirikaa adda cite deebi’ee hojii eegaleera
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Har’a Ityoophiyaatti iddoowwan hedduutti humni elektirikaa adda citee ture deebi'ee hojii eegaluu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
…
Obbo Dammaqaan Muummee Ministiraa Xaaliyaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin ergaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadirraa ergame…
Waldaan daldaltoota horii dhaabbii magaalaa Finfinnee deeggarsa Birrii miiliyoona 4 olitti tilmaamu…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Waamicha deeggarsa itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee taasisaniin Waldaan daldaltoota horii dhaabbii magaalaa Finfinnee…
Obbo Gadduun Andaargaachaw duula naannoo Tigraayitti gaggeeffama jirun preezdaantii Somaaliyaaf ibsa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Gorsaan nageenya biyyoolessaa muummee ministiraa obbo Gadduu Aandaargaachaw duula olaantummaa seeraa kabachiisu naannoo Tigraayitti gaggeeffama jirun…
Preezdaant Saahilawarqii fi preezdaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing hariiroo biyyoota lamaanii…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ityoophiyaa Saahilawarq Zawdee hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50 sababeeffachuun preezdaantii…
Miseensoonni miilisha fi Humni addaa Tigraay carraa mootumman sa’aa 72 laatee eeguun harka laataa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Miseensoonni miilisha fi Humni addaa naannoo Tigraay carraa mootumman sa’aa 72 laatee eeguun harka laachaa jiraachuu Qulqulleessi Ragaa Odeeffannoo labsii…
Qormaanni biyyooleessa kutaa 8ffaa bara 2012 Muddee 1 hanga 30tti laatama
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Qormaanni biyyooleessa kutaa 8ffaa bara 2012 guyyoota Muddee 1 hanga 30tti jiran keessatti bu’ura sagantaa naannoleen baasaniin akka laatamu Ministeerri…
Obbo Jawaar Mahaammad, Baqqalaa Garbaa fi Hamzaa Booranaa fi himatamtoota biroo dabalatee dhorkaan…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Obbo Jawaar Mahaammad, Baqqalaa Garbaa fi Hamzaa Booranaa fi himatamtoota biroo dabalatee dhorkaan qabeenyaa Abbaan Alangaa isaan dhorkee nurraa haa…
Gareen ABUT itti fayyadama kan ture baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 32 to’atame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Gareen ABUT itti fayyadama kan ture baalli sammuu namaa hadoochu Kanaabiis kuntaalli 32 to'atameera.
Baalli sammuu nama hadoochuun kun konkolaataatti…
Waamicha nageenyaa irra deddeebii Dooktar Abiyii fi deebii ABUT
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Mirkaneessaan Odeeffannoo Labsii Yeroo hatattamaa, diddaa Garee TPLF mul'isaa ture hiikuudhaaf carraaqqii mootummaan Fedaraalaa taasisaa ture duraa duuba…