Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Darajjee Dhugumaan durfamu giddugala yaala godinalee Walloo kibbaa fi kaabaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Jilli Ministir Deettaa Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan durfamuu fi gareen hoggantoota dhaabbilee garaagaraa haammate giddugala yaala fayyaa…
Ijaarsi proojektii Diimaa- Raad xumuramee
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Ijaarsi proojektii daandii Diimaa-Raad kan Ityoophiyaa Sudaan Kibbaa waliin wal qunnamsiisu xumuramu Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Ityoophiyaa beeksisee.…
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu Shaashimanneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastera magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Shaashimanneetti hojiiwwan misoomaa…
Mootummaan Jarman duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwachaa jiru irratti…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Mootummaan Jarman duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwachaa jiru irratti dhugaa jiru akka hubatu hubannoon laatamuu…
Raashiyaan haala kamiiniyyuu Ityoophiyaa cinaa kan dhaabbattu ta’uu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Raashiyaan haala kamiiniyyuu Ityoophiyaa cinaa kan dhaabbattu ta’uu ibsite.
Koreen dhaabbii hariiroo alaa fi dhimmoota nageenyaa jila Raashiyaa…
Shakkamaan baala sammuu adoochu kuntaala 20 imalchiisaa ture too’atame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaa buufata Gumrukaa Xixxiichaatti shakkamaan baala sammuu adoochu kuntaala 20 imalchiisaa ture too’atamuu ibsame.
Shakkamaan kun…
Tattaaffii Ityoophiyaan hiyyummaa baleessuuf taasisaa jirtu Chaayinaan deeggaraa jirti –Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) - Tattaaffii Ityoophiyaan hiyyummaa baleessuu fi Badhaadhina mirkaneessuuf taasisaa jirtu Chaayinaan yeroo hunda cinaa kan dhaabbattu ta'uu obbo…
Miseensoota ABO shanee 160 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Miseensoota ABO shanee 160 irratti tarkaanfii fudhachuu fi 68 ammoo too’achuu Komishiiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Humni Waraana ABO Shanee…
Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti,Koreen Dhaabbii Dhimma Eegumsa Naannoo, Qonnaa fi…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti,Koreen Dhaabbii Dhimma Eegumsa Naannoo, Qonnaa fi Horsiisee bultootaa, Abbaa taayitaa Daandiiwwanii Federaalaa waliin…
Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni haleellaa garaagaraa raawwachuuf turan 700 ol too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni haleellaa garaagaraa raawwachuuf socho’aa turan 700 ol too’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.…