Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti balaa Ibiddaa tasa Uumameen qabeenyi manca’e
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti balaa Ibiddaa tasa Uumameen qabeenyi barbadaa'uu ibsameera.
Kaleessa galgala naannoo sa'aatii 12…
Ityoophiyaannooni 289 Saawud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 289 Saawud Arabiyaarra har’a gara biyya deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa 230 dubartoota, 54 guddattoota yoo ta'an 5…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi Abbaan Alangaa Waliigala raayyaa ittisa…
Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- HoggantoonnIi fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi Abbaan Alangaa Waliigala raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Hoggantoonnii fi hojjettoonni…
Komishiniin ispoortii Finfinnee ijaarsi dirree ispoortii Afincoo Barrii baasii Birrii miiliyoona 14n…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) –Komishiniin ispoortii Finfinnee ijaarsi dirree ispoortii Afincoo Barrii baasii Birrii miiliyoona 14n eeggalchiise.
Komishiniin ispoortii Finfinnee…
Ambaasaaddar Tashoomaan hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50…
Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50 sababeeffachuun ergaa ergaman qaqqabsiisaaniiru.…
Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa hojii baruu fi barsiisuu keessatti ofeeggannoo Vaayrasii koroonaaf…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa hojii baruu fi barsiisuu keessatti ofeeggannoo Vaayrasii koroonaaf taasifamuu irratti leenjii kennaa jira.
Biiroon…
Ijaarsaawwan dubartootaa magaalaa Finfinneetti argamu Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa meeshalee…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) –Ijaarsaawwan dubartootaa magaalaa Finfinneetti argamu Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa meeshalee nyaataa Birri miiliyoona 5.5 olii taasisaniiru.…
Naannoo Kibbaatti deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birriin miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 53 ol…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaatti deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birriin miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 53 ol walitti qabamuu ibsameera.
Hogganaan…
Preezdaanti Musxafee Mahaammad jiraattoota Aanaa Daaroor waliin mari’achaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Preezdaanti Musxafee Mahaammad jiraattoota Aanaa Daaroor waliin mari’achaa jiru.
Itti Aanaan Preezdaantii Mootummaa naannoo Somaalee Musxafee…
Federeeshiniin waldaalee qaama miidhamtoota Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) - Federeeshiniin Waldaalee Qaama Miidhamtoota Oromiyaa hundeeffama waldaan qaama miidhamtoota dubartootaa Oromiyaa dhiiga arjoomaniiru.…