Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisa Biyyaa magaalaa Idaagaa Hamusii too’ate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa daandii Addigraatii gara Maqalee fudhaturratti kan argamtu magaalaa Idaagaa Hamusii too’achuu ibsame.
Raayyaan Ittisaa…
Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa guyyaa boruu eegalee konkolaattota gurgudoorra daangeffama yeroo…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa guyyaa boruu eegalee konkolaattota gurgudoo magaalicha keessa socho’an irra daangeffama yeroo kaa’uu beeksise.…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Torbee tokko keessatti kutaa biyyattii garaagaraatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51.9tti tilmaamamu to’atamuu ibsame.…
Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamu ooyiruu qonnaa godina Baalee daawwate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC)- Jilli itti aanaa hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuun durfamu Ooyiruu Qonnaa godina Baalee aanaa Agaarfaa…
Aadde Adaanach ijaarsa proojektii daandiwwanii Kiiloo Meetira 49 uwwisu ifatti eegalchiisan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC)- Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ijaarsa proojektii daandiwwanii 5 Kiiloo Meetira 49 uwwisu ifatti eegalchiisan.…
Ministeerri Nageenyaa hawaasni Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin dhaabachuu fi tumsuu itti fufuu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) -Ministeerri Nageenyaa hawaasni Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin dhaabachuu fi tumsuu itti fufuu beeksiseera.
Deeggarsicha kan qindeessuu Koreen…
Sagantaan Ityoophiyaanonni hundi Ummata Tigiraay cinaa akka hiriiran hojiin itti agarsisan ifoome
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Sagantaan Ityoophiyaanonni hundi Ummata Tigiraay cinaa akka hiriiran hojiin itti agarsisan ifoome.
Sagantaan kun haala yeroon walqabatee…
Duulli olaantummaa seeraa garee ABUT irratti fudhatamaa jiru birmadummaa biyyaa eegsisuu fi ummata…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Af-yaa’iin Mana Maree federeshinii obbo Adam Faaraah duulli olaantummaa seeraa garee ABUT irratti fudhatamaa jiru birmadummaa biyyaa eegsisuu fi ummata…
Gamtaan Waldaalee Dayaaspooraa Ityoophiya hundaa’e
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Gamtaan Waldaalee Dayaaspooraa Ityoophiya hundaa’e.
Gamtichi waldaalee dayaaspooraa kutaalee biyyatti gara garaa keessaa qindaa’uun hundaa’uu…
Garee ‘MIDROC’n kan ijaarme gamoo Miinaa abbaa darbi 25 hojii eegale
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Garee ‘MIDROC’n kan ijaarme gamoo Miinaa abbaa darbi 25 hojii eegale.
Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee magaalaa…