Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy Ahimad ergama seera kabachiisuutiin Raayyaan ittisa biyyaa guyyoota muraasa darbanitti…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ergama seera kabachiisuutiin Raayyaan ittisa biyyaa guyyoota muraasa darbanitti injifannoon galmeessise kan…
Preezdaanti Saahilawarq Zawdeen tarkaanfii Ityoophiyaan garee Juntaa Naannoo Tigraay irratti…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarq Zawdeen tarkaanfii Ityoophiyaan garee Juntaa Naannoo Tigraay irratti fudhataa jirtu hojii olaantummaa seeraa kabachiisu akka ta’e…
Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet ayyaana hundeeffama waggaa 25ffaa kabajaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet ayyaana hundeeffama waggaa 25ffaa kabajaa jira.
Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet ayyaana hundeeffama waggaa…
Finfinneetti Raayyaa Ittisa Biyyaaf gargaarsi godhamu Birrii Biiliyoona 1.2 ga’eera
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Finfinneetti Raayyaa Ittisa Biyyaaf gargaarsi godhamu Birrii Biiliyoona 1.2 ga'eera.
Finfinneetti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Biiliyoona…
Qulqulleessitu Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa Addagiraat garee Juuntaa ABUT bilisa ba’uu ibse
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Qulqulleessitu Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa Addagiraat garee Juuntaa ABUT bilisa ba’uu ibse.
Raayyaan Ittisa Biyyaa har’a ganama tarkaanfii garee…
Yuunivarsiitiin Arsii dooktaroota yaalaa 60 eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) –Yuunivarsiitiin Arsii dooktaroota yaalaa 60 eebbisiise.
Yuunivarsiitiin Arsii dooktaroota yaalaa 60 dabalataan barattoota kuma 1 fi 64 eebbisiiseera.…
Duulli Kaaba Ityoophiyaa dirqamnee itti galle galma olaantummaa seeraa fi birmadummaa biyyaa…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Duulli Kaaba Ityoophiyaa dirqamnee itti galle galma olaantummaa seeraa fi birmadummaa biyyaa kabachiisuu milkeessuufiidha.
Ummanni Oromoo ijaarsa…
Miseensoonni dayaaspooraa Oromoo duula olaantummaa seeraa mootummaan fudhachaa jiruu fi dhimmoota…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) –Miseensoonni dayaaspooraa Oromoo duula olaantummaa seeraa mootummaan fudhachaa jiruu fi dhimmoota waqtaawaa irratti mari’achaa jiru.
Miseensoonni…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqsillaasee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanitti qindeessaa dhimmoota mirga…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Taayyee Atsiqsillaasee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanitti qindeessaa dhimmoota mirga namoomaa fi deeggarsa yeroo ariifaachiisaaf haala…
“magaalaa keenya balfarraa, biyya keenya Juuntaarraa, gantummaa fi jibbaarraa ni qulqulleesina”…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Duulli qulqullina naannoo hunda hirmaachise mata duree “magaalaa keenya balfarraa, biyya keenya Juuntaarraa, gantummaa fi jibbaarraa ni qulqulleesina”…