Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee dhimma waqtaawa Ityoophiyaa irratti Siiril Raamaafoosaaf ibsa…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee dhimma waqtaawa Ityoophiyaa irratti Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa wayita ammaa fi Preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siiril…
Mootummaan federaalaa garee ABUT waliin waliigaluuf jechuun oduun tattamsa’e soba ta’uun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Mootummaan federaalaa garee ABUT waliin waliigaluuf jechuun oduun tattamsa’e soba ta’uu Qulqulleessitu Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa ibseera.
Dura…
Raayyaan ittisa biyyaa Askuum Adwaa fi naannoo Aaddagiraat to’ateera
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Raayyaan ittisa biyyaa Askuum Adwaa fi naannoo Aaddagiraatiin to’achuu Qulqulleessaan Ragaa Yeroo Labsii Ariifachiisaa beeksise.
Raayyaan ittisa Biyyaa…
Jiraattoonni godina Walayittaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 11 ol taasisan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Jiraattoonni godina Walayittaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 11 ol taasisaniiru.
Godinichaatti kutalee hawaasaa garagaraa fi…
Lammiileen gara Sudaanitti baqatan yeroo gababa keessaatti gara biyyaa ni deebi’uu jedhame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) –Rakkoo gareen finxaaleeyyii ABUT uumeen lammiilee gara Sudaanitti baqatan yeroo gababa keessaatti gara biyyaa deebisuufi deebisanii dhaabuuf hojjetama akka…
Gaarmantiin Shaangiteeksi baasii Doolaara miiliyoona 50n ijaarsa Paarkii Indaastirii Boolee Lammii…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Gaarmantiin Shaangiteeksi baasii Doolaara miiliyoona 50n ijaarsa Paarkii Indaastirii Boolee Lammii eegale.
Ijaarsichi marsaan jalqabaa dhaabbatichaan…
Hawaasni daldalaa naannoo Hararii raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasisuuf…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Hawaasni daldalaa naannoo Hararii raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasisuuf waadaa galuu Paartiin Badhaadhinaa naannichaa…
Ityoophiyaa fi Fiinlaand waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 24 waliif…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) –Ityoophiyaa fi Fiinlaand waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 24 mallateessan.
Deeggarsichi proojaktii bishaanii dhugaatii fi…
Ministeerri Dhimmi Alaa fi imbaasoonni Ityoophiyaa biyyoota garagaarratti argamaan Hidha…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa fi Imbaasiiwwan Ityoophiyaa biyyoota garagaarratti argaman hidha haaromsaa irratti marii gaggeessaniiru.
Maricha Imbaasiiwwan…