Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Yibalxaal Aymiroo Eeggataa Ministira Dhimma Alaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaal Aymiroo Eeggataa Ministira Dhimma Alaa Sudaan Umar Gaamaar Aldiin Ismaa’eel waliin mari’ataniiru.…
Dooktar Darajjee Dhugumaa deebii dhibee daranyoo sombaaf laatamaa jiru ilaalchisuun qaamolee dhimmi…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Dooktar Darajjee Dhugumaa deebii dhibee daranyoo sombaaf laatamaa jiru ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’atan.
Ministirri Deettaan…
Magaalaa Dambii Doolloottii hiriirri balaaleffannaa humnoota badii Juuntaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Doolloottii hiriirri balaaleffannaa humnoota badii Juuntaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisa biyyaatiif gaggeeffame.…
Aljeeriyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachaw ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa teessoo…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Aljeeriyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachaw ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa teessoo isaa Aljeeriyaa godhatan waliin mari’atan.…
Aadde Adaanach giddugala guddisaa fi tursiisa daa’imman dubartootaa Qacanee daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaala Finfinne aaddee Adaanach Abeebee guyyaa kabaja daa'immaan addunyaa sababeeffachuun giddugala guddisaa fi tursiisa daa'imman…
Paartiileen siyaasaa fi dorgomtoonni dhuunfaa wixinee qajeelfama ramaddii miidiyaaleerratti…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyooleessaa filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamu ilaalchisee paartiileen siyaasaa fi dorgoomtoota dhuunfaa waliin wixinee qajeelfama…
Naannoon Sidaamaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangootaa 240, Hoolootaa fi Ra’oota 107 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) –Mootummaan bulchiinsa naannoo Sidaamaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Sangootaa 240, Hoolootaa fi Ra’oota 107 deeggarsa taasiisuu Preezdaantiin naannichaa obbo…
Guyyaan daa’immanii Hawaasaatti kabajameeraa
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Guyyaan daa’immanii akka addunyaatti yeroo 13ffaaf akka Ityoophiyaatti ammoo yeroo 15ffaaf naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti kabajameera.
Ayyanichi…
Ummanni Tigraay garbummaa keessa jirurraa ni bilisooma –Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Ummanni Tigraay garbummaa keessa jirurraa kan bilisoomu ta’uu Paartiin Badhaadhinaa beeksise.
Gareen finxaaleeyyii fi saamtootaa ABUT…
Oromiyaatti jirattoonni godinaaleen 4 raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 705 fi Birrii…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti jiraattoonni godina Booraanaa, Gujii dhihaa, Harargee dhihaa fi godina adda Oromiyaa naannawa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf…