Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tarkaanfii olaantumaa seeraa garee ABUT irratti gaggeeffama jiru ilaalchisee hojiin dippilomaasii…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Tarkaanfii olaantumaa seeraa garee ABUT irratti gaggeeffama jiru ilaalchisee biyyoota Afrikaa olla hubbachiisuuf hojii gaariin hojjetamuu Ministeerri…
Oomisha bara 2012 fi 2013 yeroon sassaabuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-obbo Dhaabaa Dabalee
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)-Oomisha bara 2012 fi 2013 yeroon sassaabuuf xiyyeeffannaatin hojjetamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabalee…
Tajaajila kaargoo tiraakiingi teeknooloojiin deeggaruuf Dhaabbata Tireed Maark Isti waliin…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Komishiniin Gumuruukaa tajaajila kaargoo tiraakiingi teeknooloojiin deeggaruuf Dhaabbata Tireed Maark Isti waliin waliigaltee mallaatteesse.…
Aadde Daagimaawit Mogas daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Aadde Daagimaawit Mogas daandii baaburaa Awaash - Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’atan.
Ministirri…
Koorporeeshiinin Misooma Indaastirii Paarkiwwanii Ityoophiyaa koorporeeshiini Faayinaansi…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Koorporeeshiinin Misooma Indaastirii Paarkiwwanii Ityoophiyaa koorporeeshiini Faayinaansii Idil-addunyaa waliin dhimmoota waliin hojjachuu…
Oduun ABUT Xiyyaara nama maleessa qabeenya raayyaa ittisa biyyaa hintaaneen haleellaan narratti…
Finfinnee, Sadaasa 11,2013 (FBC) – Oduun ABUT Xiyyaara nama maleessa qabeenya raayyaa ittisa biyyaa hintaaneen haleellaan narratti raawwate jechuun tamsaasu dhugaarraa kan fagaatedha jedhan…
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu Sabbataatti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastera magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Sabbataatti hojiiwwan misoomaa…
Preezdaant Saahilawarq Afrikaa Kibbaa galan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen daawwannaa hojiif Afrikaa Kibbaa galaniiru.
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen wayita…
Sa’aa 24 darbetti namoonni 499 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, lubbuun namoota 6 darbeera
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Sa'aa 24 darbetti namoonni 499 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, lubbuun namoota 6 darbeera.
Sa'aa 24 darbeen qorannaan laabraatoorii 5201…
ABUT Tigraayitti madfii dhukaasuun lammiilee nagayaa miidhaa jira jedhe Ajajni Kibbaa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – ABUT Tigraayitti madfii dhukaasuun lammiilee nagayaa miidhaa jira jedhe Ajajni Kibbaa.
Gareen badii ABUT rayyaa ittisa biyyaa ajaja Kaabaarratti…