Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanota gara Sudaan baqatan deebisuu fi dhaabuuf koreen hundaa’e
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanota gara Sudaan baqatan deebisuu fi dhaabuuf koreen hundaa'e.
Koreen biyyoolessaa kun hojii kan jalqabe ta'uu Sudaanitti…
Jiraattonni naannoo Oromiyaa magaalaa Hoolotaa, Sabbataa, Adaamaa fi iddoolee kaanii raayyaa ittisa…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Jiraattonni naannoo Oromiyaa magaalaa Hoolotaa, Sabbataa, Adaamaa fi iddoolee kaanii raayyaa ittisa biyyaa ergama seera kabachiisuurratti argamuuf…
Dhaabbileen qabeenyii fi herreegni baankii isaanii ittifame qaama daldalaa fi gochaa yakka ABUT kan…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Dhaabbileen qabeenyii fi herreegni baankii isaanii ittifame qaama daldalaa fi gochaa yakka ABUT kan ta'an qofa.
Qulqulleessaan Ragaa…
Dhimmoota haala yeroorratti qaamolee miidiyaaf ibsi laatame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Dhimmoota haala yeroorratti qaamolee miidiyaaf ibsi laatamuu himame.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Dooktar…
Kutaa bulchiinsa Nifaas Silk Laaftootti meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’atame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Nifaas Silk Laaftootti boombiiwwan 19, Kilaash Kooviin 55 fi meeshaaleen waraanaa biroo hedduun to’atamuu…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Muummeen Minsitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin gareen badii…
Keeniyaatti imbaasiin Ityoophiyaa qaamolee garaagaraaf haala waqtaawaa biyyarratti ibsa laate
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Keeniyaatti imbaasiin FDRI ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa fi dhaabbilee miti mootummaa teessoo isaanii Naayroobii taasisaniif haala waqtaawaa…
Walqixummaa fi tokkummaan ummataa akka mirkanaa’u ummanni Tigraay fedhii guutuu qaba – Dr Abrahaam
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Walqixummaa fi tokkummaan ummataa akka mirkanaa’u ummanni Tigraay fedhii olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera…
Ityoo Teeleekoom Lakkoofsa barreeffama ergaa gabaabaa raayyaa ittisa biyyaaf galii walitti qabuuf…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Lakkoofsa barreeffama ergaa gabaabaa raayyaa ittisa biyyaaf galii walitti qabuuf gargaaru ifoomse.
Lakkoofsi dhaabbaticha har’a…
Naannoo Oromiyaatti jiraattoonni godinaalee 4 raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 530 fi…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa jiraattoonni godinaalee Harargee Bahaa, Baalee, Jimmaa fi Gujii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 530 fi Birrii miiliyoona 13.3 ol…