Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Burraayyuutti kaffaltoota gibiraaf beekkamtiin marsaa 2ffaa laatame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) –Abbaan Taayitaa bulchiinsa magaalaa Burraayyuu kaffaltoota gibiraaf sirna beekamtii kennuu fi badhaasa marsaa 2ffaaf gaggeesseera.
Kaayyoon…
Magaalaa Finfinneetti gamoowwan abbaan hin beekkamne 100 ga’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee haala yeroorratti dargaggoota kutaa bulchiinsa magaalichaa hundarra walitti babba’an waliin guyyaa ha’aa marii…
Biyyoonni sadeen marii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha haaromsaarratti marii gaggeessaa jiru.
Marii kanarratti itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Sirni walharkaa fuudhiinsa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa raawwatame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Sirni walharkaa fuudhiinsa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa raawwatame.
Godichaatti sangoonni 500 Ol Raayyaa Ittisa…
Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) - Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay guyyaa har’aa paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin marii taasiiseera.
…
Waltajjiin dargaggootaa haala waqtaawaa biyyarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti ta’amaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfineetti waltajjiin haala waqtaawaa biyyarratti xiyyeeffate dargaggoota kutaa magaalaa adda addarraa walitti babba’aan hirmaachisee…
Jimmaatti miseensoonni damee raayyaa dubartoota raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti miseensoonni damee raayyaa dubartootaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Miseesoonni kunneen gochi garee juntaa ABUT…
Bakka buutoota attaasheewwan raayyaa ittisaa biyyoota garaagaraaf ibsi laatamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ministeerri raayyaa ittisa biyyaa bakka buutoota attaasheewwan raayyaa ittisaa biyyoota garaagaraaf haala duula birmadummaa irratti ibsa laataa jira.…
Shakkamtoonni uffata seeraa uffachuun warqee hatan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Shakkamtoonni uffata seeraa uffachuun warqee tilmaama Birrii miiliyoona 1 ol basuu hatan waliin to’anna jala ooluu Komishiinin Poolisii magaalaa…
Gareen finxaaleyyii ABUT ummata dararraa,of ammoo salphinanarraa oolchuun ifatti murtoo akka argatu…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Gareen finxaaleyyii ABUT ummata dararraa,of ammoo salphinanarraa oolchuun ifatti murtoo argachuuf ariitiin harka laachuu akka qabu Paartiin Badhaadhinaa…