Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli aadde Caaltuun durfamu ijaarsa Proojektoota misoomaa magaalaa Burraayyuu daawwataa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Jilli itti aantuu preezdaantii fi Qindeessituu kilaastera misooma magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu ijaarsa proojektoota misooma magaalaa…
Gareen hoggantootaa ajajni itti ba’e karaa nagaan harka akka laatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Hoggattoonni garee ABUT akka too’ataman ajajni itti ba’e gochaa badii dhiisuun karaa nagaan harka akka laatan waamichi dhiyaate.
Hidhattoonni…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 533 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 13…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 533 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 13 lubbuu isaanii dhabaniiru.
Sa'aa 24 darbeetin qorannaan…
Guyyootta 17 darbanitti nageenya biyyaa booressuuf socho’aa namoonni turan 287 to’annaa…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) Guyyootta 17 darbanitti nageenya biyyaa booressuuf socho'aa namoonni turan 287 to'annaa jala ooluu Koomiishiniin Poolosii Federaalaa beeksise.
Namoonni…
Yakka biyya ganuu kan raawwataan ajajoota jenaraala, Ajajoota waraanaa olaanoo, fi mudamtoota gadii…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC)- Yakka biyya ganuu kan raawwataan ajajoota jenaraala, Ajajoota waraanaa olaanoo, fi mudamtoota gadii 76 irratti ajajni qabamuu ba’e.
Naannoo Tigiraayitti…
IGAD gahee walitti hidhaminsa naannawaa fidurratti xiyyeeffachun marii taasise
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC)- Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaaf (IGAD) gahee walitti hidhaminsa naannawaa fidurratti xiyyeeffachuun marii taasiseera.
Maricha Jibuutiitti Imbaasii…
Abbaan taayitichaa baatiwwan arfan darbanitti daandiiwwan garagaraa Kiiloo Meetira 245 supheera
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii magaalaa Finfinnee baatiwwan arfan darbanitti daandiiwwan garagaraa Kiiloo Meetira 245f hojii suphaa raawwachuu…
Jilli Obbo Dammaqaa Mokonniniin Durfamu Preezdaantii Riippabliika Demookraatawaa Koongoo waliin…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC)- Jilli Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu Preezdaantii Riippabliika Demookraatawaa Koongoo Feeliiksi…
Dhimmoota haala yeroorratti bakka buutoota waldaalee siiviikii waliin mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Dhimmoota haala yeroorratti bakka buutoota waldaalee siiviikii waliin mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Mariin kun Finfinnee…
Godina Wallaggaa Lixaatti tarkaanfii olaantummaa Seeraa Kabachiisuuf dhiheenya kana fudhatameen,…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Godina Wallaggaa Lixaatti tarkaanfii olaantummaa Seeraa Kabachiisuuf dhiheenya kana fudhatameen, miseensonnii ABO Shanee 142 rukutamaniiru.
Komiishinar…