Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Maarqoos Taklee Gibtsitti Riippabiliika Arabaa ambaasaaddara Ingiliiz waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) - Ambaasaaddar Maarqoos Taklee Gibtsitti Riippabiliika Arabaa ambaasaaddara Ingiliiz waliin mari’atan.
Gibtsitti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Maarqoos…
Naannoo Harariitti shakkamtoonni 17 miidhaa qaqqabsiisuuf qophaa’aa turan meshaalee waraanaa waliin…
infinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) - Naannoo Harariitti shakkamtoonni 17 miidhaa qaqqabsiisuuf qophaa’aa turan meshaalee waraanaa waliin to’ataman.
Naannoo Hararii aanaa Hakimitti…
Teessoowwan Boordii Sakattoo Raawwii Labsii Yeroo Ariifachiisaa naannoo Tigraayiif odeeffannoowwan…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Teessoowwan Boordii Sakattoo Raawwii Labsii Yeroo Ariifachiisaa naannoo Tigraayiif odeeffannoowwanii fi eeruu laachuuf dandeessisan ifoomuu ibsame.…
Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee aanaa 11tti baalli sammuu namaa hadoochu…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee aanaa 11tti baalli sammuu namaa hadoochu to’atame.
Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa…
Hoggantoonni fi hojjettoonni Ministeera Dhimma hojjetaa fi hawaasummaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Hoggantoonni fi hojjettoonni Ministeera Dhimma hojjetaa fi hawaasummaa fi Baankii Daldala Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaa olaantummaa seeraa…
Itti Anatuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee deeggarsi Raayyaa Ittisa…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC)- Itti Anatuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee deeggarsi Raayyaa Ittisa Biyyaaf ta’aa jiru cimee itti fufuu ibsan.
Aadde Adaanach…
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Asallaatti hojii bu’uraalee misoomaa daawwateera
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastera magaalota Oromiyaa, aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Asallaatti hojiilee bu'ura…
Gareen ABUT bu’uraalee misoomaa naannoo Tigraay diigaa jira – Qulqulleessa ragaa labsii yeroo…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Gareen badii ABUT bu’uraalee misoomaa naannoo Tigraay diigaa jiraachuu Qulqulleessa Ragaa Labsii Yeroo Ariifchisaa beeksise.
Raayyaan ittisa…
Jilli obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu preezdaantii Ruwaandaa waliin mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC)- Jilli Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu Preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’ateera.…
Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu keessatti ummanni Tigraay adda durummaan fayyadamoo ta’aniiru –…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Mootummaan Federaalaa olaantummaa seeraa kabachiisuu fi yakkamtoota seeraatti dhiyeessuuf murannoon hojjechaa jiraachuu irra deebiin…