Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu Ruwaandaatti daawwannaa taasise
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC)- Jilli Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu Ruwaandaatti daawwannaa taasiseera.
Jilichi haala…
Mootummaan Ityoophiyaa, Sudaan Kibbaa deeggarsa loltootaa hin gaafanne
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC) - Mootummaan Ityoophiyaa, Sudaan Kibbaa deeggarsa loltootaa hin gaafanne.
Qulqulleessaan Odeeffannoo Yeroo Labsii Ariifachiisaa akka beeksesetti…
Ummata biyyakoo fi Iammii Ityoophiyaa ta’uukootti nan boone jedhan muummee ministiraa Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC) - Ummata biyyakoo fi Iammii Ityoophiyaa ta'uukootti nan boone jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Har'a Ityoophiyaanonni "Kabaja Raayyaa…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 339 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, 7 lubbuu isaanii…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC) Gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 339 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, 7 lubbuu isaanii dhabaniiru.
Qorannaan laabraatoorii samuudaa namoota…
Raayyaan Ittisa Biyyaa addaa Tigraay bahaa fi dhihaa injifatee ibse
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI har’a addaa Tigraay bahaa fi dhihaa injifateera.
Bahaa Tigraayitti aaddi Raayyaa guutuumma gutuuttii bilisa baaseeraa,…
Lammiilee buqqa’aan garaa qe’ee isaaniitti deebisuu fi hojiin deebisanii dhaabuu cimeetti fufuu qaba…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Gareen mirgaa namoomaa Ministira Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil durfamuu tarkaanfii olantummaa seeeraa kabachisuuf fudhatama jiru cinatti…
Abbootii qabeenyaa proojaktii qindaa’aa Gumaata Caffee Tumaaf deeggarsa taasisaniif beekamtiin…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfineetti abbootii qabeenyaa hojii misooma albuudaarratti bobbaa’anii fi proojaktii qindaa’aa Gumaata Caffee Tumaaf…
Ityoophiyaa fi Ayarlaandi waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 46…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa mootummaan Ayaralaandi waliin waliigaltee deggarsaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 46 mallateessaniiru.
Waliigalticha…
Mariin paartilee siyaasaa Afrikaa fi Chaayinaa hoggansarra jiraanii Paartii Badhaadhinaa hirmaachise…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Mariin paartilee siyaasaa Afrikaa fi Chaayinaa hoggansarra jiraanii Paartii Badhaadhinaa hirmaachise gaggeeffame.
Qopheessummaa paartii…
Boordichi gochii dhiibbaa mirga namoomaa akka hin raawwanneef hordooffii fi to’annaan taasisa jedhe
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Boordii sakattoo hojirraa oolma labsii yeroo arifachiisaa naannoo Tigraayii fi ollaatti gochii dhiibbaa mirga namoomaa akka hin raawwanneef hordooffii fi…