Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Odeeffannoon Hidhaan Takkazee Boombiiin haleellame jedhu soba ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Odeeffannoon Hidhaan Takkazee Boombiin haleellame jechuun tatamsaa’aa jiru soba ta’uu koreen qulqulleessa ragaa labsii yeroo ariifchiisaa beeksise.…
Koreen dhiyeessituu koomiishinaroota kaadhimamoo Koomiishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaa hojii…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Koreen dhiyeessituu koomiishinaroota kaadhimamoo Koomiishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaa hojii eegale.
Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo…
Hiriira akka Oromiyaatti har’a gaggeeffameen raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 18…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Hiriira akka Oromiyaatti guyyaa har’a gaggeeffameen raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 18 fi kuma dhibba 6 fi kuma 85 ol taasifamuu sadarkaa…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni mootummaa bulchiinsaa magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona dhibba 7 fi…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) - Hoggantoonnii fi hojjettoonni mootummaa bulchiinsaa magaalaa Finfinnee deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf mindaa isaanirraa birrii miiliyoona dhibba 7 fi…
Qaamoolee yakka Biyya diiguu fi ganuun shakkaman irratti ajajni mana murtii ba’e
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) - Yakka biyya ganuun kan barbaadaman garee ABUT irratti ajajni Mana Murtii Fedeeraalaa irraa ba’uu Komishiniin Poolisii Fedeeraalaa beeksise.
Juntaa…
Hiriirri balaaleffannaa Juuntaa yakkamaa waraanaa ABUT fi deggersa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyaa…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Hiriirri balaaleffannaa Juuntaa yakkamaa waraanaa ABUT fi deggersa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyaa har’aa magaalota gurguddoo geggeeffamaa ture nagaan…
Obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Isitraa’eel waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) -Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa alaa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonni Ministira Ministeera Dhimma Alaa Isiraa’eel Gaabbii…
Waltajjiin marii hayyootaa dhimmoota waktawaa irratti kan xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) –Waltajjiin marii hayyootaa dhimmoota waktawaa irratti kan xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Hayyoonni 300 ol dhimmoota waktawaa irratti ibsi…
Magaalaa Laga Xaafoo laga Daadhiitti hiriirri balaaleffannaa gocha badii ABUT bahame
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Laga Xaafoo laga Daadhiitti hiriirri balaaleffannaa gocha badii ABUT bahame.
Jiraattonni magaalaa Laga Xaafoo laga Daadhii gochaa gara jabina…
Jiraattoonni magaalaa Duukam hiriira bahuun gocha gara jabeenya murni ABUT Raayyaa Ittisa…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Duukam hiriira bahuun gocha gara jabeenya murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti raawwate balaaleffatan.
Jiraattoonni magaalaa…