Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattonni Naannoo Oromiyaa iddoowwan gara garaatti gocha murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) –Jiraattonni Naannoo Oromiyaa iddoowwan gara garaatti gocha murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti raawwate hiriira nagayaa bahuun balaaleeffataa jiru.…
Dooktar Muluu Naggaa hojii raawwachiisaa olaanaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta’uun muudaman
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) - Dooktar Muluu Naggaa hojii raawwachiisaa olaanaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta’uun muudamuu isaanii Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Qunamtii fi Tumsa idila addumyaa Afrikaa Kibbaa…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa alaa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonni Ministira Ministeera Qunamtii fi Tumsa Idila…
Manni Maree Ministirootaa dambii hojiirra oolmaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraayitti hundaa’e…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Manni Maree Ministirootaa dambii hojiirra oolmaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraayitti hundaa’e…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee talaallii vaayrasii koroonaa raabsuuf xiyyaarota qopheesse
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee talaalli vaayrasii koroonaa imalchisuu fi raabsuuf xiyyaarota 21 qopheessuu beeksise.
Daandii…
Raadiyoo qunnamtii ajaja Kaabaa butuun kan shakkaman ajajoonni jenaraalaa 7 mana murtiitti…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Raadiyoo qunnamtii ajaja Kaabaa butuun kan shakkaman ajajoonni jenaraalaa 7 mana murtiitti dhiyaataniiru.
Hogganaa Kominikeeshinii Raayyaa Ittisa…
Magaalaa Finfinneetti hookkara uumuuf Juuntaan ABUT kan bobbaase namoonni 242 to’annoo seeraa jala…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti hookkara uumuuf Juuntaan ABUT kan bobbaase namoonni 242 to’annoo seeraa jala oolan.
Magaalaa Finfinneetti hookkara uumuuf Juuntaan…
Yuunivarsiitiin Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii miiliyoona 5 deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) - Yuunivarsiitiin Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii miiliyoona 5 deeggarsa taasisuu beeksise.
Hojjettoonni Yuunivarsiitichaa guyyaa har’aa haala…
Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan biyyoota yaa’a laga Naayilitti walitti qabaa Mana Maree…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan biyyoota yaa’a laga naayilitti walitti qabaa Mana…
Manneen Barnootaa sadarkaa 2ffaa 21 ijaarsi isaanii xumuramee tajaajilaaf qopha’uun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) -Manneen Barnootaa sadarkaa 2ffaa 21 ijaarsi isaanii xumuramee tajaajilaaf qopha’uun ibsame.
Naannoo Oromiyaa godinaalee 11 keessatti projaktootni manneen…