Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Addunyaa deeggarsa misooma Indaastirii paarkii Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Baankiin Addunyaa deeggarsa bu’aa qabeessummaa misooma Indaastirii paarkii Ityoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera.
Hojii…
Injiinar Taakkalaa Uumaa xiyyeeffannoon guddaan mana yaalaa fi dhaabbata qorannoo cimaa ijaaruu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) -Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa xiyyeeffannoon guddaan mana yaalaa fi dhaabbata qorannoo cimaa ijaaruu ta’uu ibsan.…
Godina Gujii Aanaa Gooroo Doolaa fi Aanaa Annaa Sorraatti Gocha ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Godina Gujii Aanaa Gooroo Doolaa fi Aanaa Annaa Sorraatti Gocha ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti Raawwatanii hiriira bahuun Balaaleffatan.
Gocha gara…
Hawaasni Aanaa Geeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ni dhaabbanna jechuun sangoota gumaachan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Hawaasni Aanaa Geeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ni dhaabbanna jechuun sangoota gumaachan.
Raayyaan ittisa biyyaa wabii birmadummaa biyyaati kan jedhan…
Hawaasni Yuunvarsiitii Salaalee, Jimmaa, Bulee Horaa fi Meetiroopolitaa Kootobee haleellaa gareen…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Hawaasni Yuunvarsiitii Salaalee, Jimmaa, Bulee Haroo fi Meetiroopolitaa Kootobee haleellaa gareen ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti raawwate…
Naannoo Afaaritti hiriirri haleellaa gareen ABUT raayyaa ittisa biyyarratti raawwate balaaleeffatu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Naannoo Afaaritti hiriirri haleellaa gareen ABUT raayyaa ittisa biyyarratti raawwate balaaleeffatu gaggeeffame.
Jiraattoonni Samaraa…
Sirni qoodiinsa baajataa haaraan qophaa’e haqa qabeessummaa qoodinsa qabeenyaaf shoora olaanaa qaba…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Guddina diinagdee fi fedhii misoomaa biyyattii yeroo ammaa bu’ura godhachuun sirni qoodiinsa baajataa haaraan qophaa’e haqa qabeessummaa qoodinsa…
Jilli obbo Umar Huseeniin durfamu godina Arsii aanaa Jajjuutti qophii misooma qamadii jallisii bonee…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Jilli obbo Umar Huseenii fi obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Arsii aanaa Jajuu misooma qamadii jallisii hektaara kuma 2 fi 409 irratti misoomuuf…
Hiriirri balaaleffannaa murna ABUT fi deggersa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyaa har’aa bakkee gara…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Hiriirri balaaleffannaa murna ABUT fi deggersa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyaa har’aa bakkee gara garaatti gaggeeffame nagaan xumurameera.
Hiriirri…
Manni marichaa Dooktar Dabratshiyoon Gabramikaa’el dabalatee namoota biroo mirga himatamuu dhabuu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI namoota yakkoota gara garaan shakkaman mirga himatamuu dhabuu akka ka’uuf Abbaan Alangaa Waliigalaa yaada murtoo…