Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonnii fi jiraattoonni magaalaa Finfinnee dhiiga arjoomaan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Hoggantoonnii fi qaamooleen hawaasaa magaalaa Finfinnee mata duree''Dhiiga keenya Raayyaa Ittisa Biyyaa keenyaaf'' jedhuun dhiiga arjoomuu ibsame.
Itti…
Dhaabbileen idil addunyaa odeeffannoo qabatamaa hin taane tamsaasurraa of qusachuu qabu jedhame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Dhaabbileen idil addunyaa fi qaamooleen dhuunfaa odeeffannoo qabatamaa hin taane tamsaasurra akka of qusatan Waajjirri Muummee Ministiraa hubachiise.…
Godina Buunnoo Beddelleetti Hiriirrii deeggersaa bahame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC)- Godina Buunnoo Beddelleetti Hiriirrii deeggersaa bahame.
Qaamoleen hawaasaa Godina Buunnoo Beddellee Murni ABUT gochaa gara jabinaa Raayyaa Ittisa Biyyaa…
MM FDRI Dooktar Abiy naannoon Kibba Lixa Tigraay bilisa ba’uu beeksisan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad tarkaanfii raayyaan ittisa biyyaa fudhateen naannoon Kibba Lixa Tigraay bilisa ba’uu beeksisan.
Naannoolee…
Magaalaa Jimmaatti hiriirri gochaa Shane fi Juuntaa biyya diiguu ABUT raawwatan balaaleffattu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti hiriirri gochaa Shane fi Juuntaa biyya diiguu ABUT raawwatan balaaleffattu gaggeeffamaa jira.
Jiraattoonni magaalaa Jimmaa fi naannoo…
Hiriirri garee badii ABUT balaalleffatu magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC)- Hiriirri garee badii ABUT balaalleffatu magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.
Gareen gantuu ABUT gochaa badii Raayyaa Ittisa BIyyaa irratti raawwate…
Magaalaa Waldiyaatti namoonni ABUT irraa ergama fudhachuun socho’aa turan 25 too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) - Godina Walloo Kaabaa magaalaa Waldiyaatti namoonni ABUT irraa ergama badii fudhachuun socho’aa turan too’atamuu ibsameera.
Gareen badii ummata…
Yakkamaan ABUT ummata keessatti sodaa uumuu fi haleellaa shororkeessummaa qaqqabsiisuuf garee…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) - Yakkamaan ABUT ummata keessatti sodaa uumuu fi haleellaa shororkeessummaa qaqqabsiisuuf garee raawwachiistuu hundeessuu ibsame.
Yakkamaan ABUT magaalaa…
Sochii qamadii jallisiin misoomsuuf akka Godina Jimmaatti taasifamaa jiru milkeessuuf paampiiwwan…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC)- Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa sochii qamadii jallisiin misoomsuuf akka Godina Jimmaatti taasifamaa jiru milkeessuuf paampiiwwan…
Hiriirri gocha gantummaa biyyaa juuntaa ABUT balaaleffatu magaalaa Aggaarootti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC)- Hiriirri gocha gantummaa biyyaa juuntaa ABUT balaaleffatu magaalaa Aggaarootti gaggeeffamaa jira.
Jiraattoonni magaalaa Aggaaroo fi naannoo isheerra…