Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hariiroo waraanaa Ityoophiyaa fi Jarman cimsuuf daawwannaan gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) - Hariiroo waraanaa Ityoophiyaa fi Jarman cimsuuf daawwannaan giddugala leenjii Koontiijat Huursootti gaggeeffame.
Xiyyeeffannoon daawwannichaa geejjibaa…
Bakka itti marfamee tureetti guyyoota 5f nyaataa fi bishaan dhorkamee kan turee raayyaan ittisa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Garee badii ABUT keessaa jiruun marfamuun guyyoota 5f nyaataa fi bishaan dhorkamee kan turee raayyaan ittisa biyyaa Izziin kaabaa bakka marfamee…
Gareen gantichi haleellaan eenyummaarratti xiyyeeffatee qaqqabsiisu itti fufeera-Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)-Dachee kanarratti gochoota hamaa isa dhumaa jedhamanii ibsaman raawwachuuf duubatti kan hin deebine gareen gantuu kun naannolee garaagaraatti fixaaleeyyii…
Obbo Dammaqaan Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti itti aanaa dhimmota Afrikaa Tiiboor Naazhii…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti itti aanaa dhimmota Afrikaa…
Obbo Dammaqaan hojiisanii eegalan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Dhimma Alaa haaraan obbo Dammaqaa Mokonnin har’a ifatti hojiisanii eegalaniiru.
Obbo Dammaqaan har’a Ministeera Dhimma Alaatti…
Ityoophiyaannoonni 273 Saawuud Arabiyaa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaannoonni 273 Saawuud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen Ityoophiyaa 273 har’a Saawuud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya…
Raayyaan Ittisa Biyyaa yeroo ammaa Humaraa hanga Shiraarootti iddoolee garaagaraa to’annoo jala…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisa Biyyaa yeroo ammaa Humaraa hanga Shiraarootti haleeluun iddoolee garaagaraa to’annoo jala oolchaa jiraachuu daayreektarri olaanaan…
Humni Qilleensaa iddoolee murteessoo ta’an haleeluun faayidaa ala taasiiseera – Meejer Jeneraal…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Humni Qilleensaa FDRI iddoolee murteessoo diinaa haleeluun faayidaa ala taasiisuu Ajajaan Olaanaan Humna Qilleensaa Meejer Jeneraal Yilmaa Mardaasan…
Aanaa Annaa Sorraatti balaa konkolaataatin lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)-Godina Gujii aanaa Annaa Sorraatti balaa konkolaataatiin lubbuun namoota 4 darbeera.
Balichi konkolaataa uummata Minibaasii jedhamuu magaalaa…
Koollejjiin Yuunvarsiitii Odeeffannoo Biyyaalessaa ogeeyyii ogummaa odeeffannoon leenjisaa ture…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa jalatti kan argamu Koolleejjiin Yuunvarsiitii Odeeffannoo Biyyaalessaa ogeeyyii ogummaa odeeffannoon…