Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni magaalichaa raayyaa ittisa biyyaa cinaa ta’uu isaanii haala itti ibsatan sagantaawwan…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaa cinaa ta’uu isaanii haala itti ibsachuu danda’an sagantaawwan garaagaraa qindaa’aa jiraachuu…
Dhagaa cilee bifa ammayyaan oomishuuf qorannoo bu’aa qabeessummaa, Ji’ooloojii, iddoo fi hanga…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Dhagaa cilee bifa ammaayyaan oomishuuf bu’aa qabeessummaa, qorannoo Ji’ooloojii,iddoo fi hanga kuusaa gareen qoratu hundaa’uu Injiinar Taakkalaa Uumaan…
Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaa xumuruuf mootummaa cina akka dhaabbatan qaamoleen siyaasaa ibsan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaa xumuruuf mootummaa cina akka dhaabbatan qaamoleen siyaasaa garaagaraa ibsaniru.
Faanaa Broodkaasting Koorporeet…
Jilli obbo Addisuun durfamu godina Arsii aanaa Heexoosaa magaalaa Itayyaa fi aanaa Doddootaa magaala…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa Preezdaantii itti aanaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaatiin durfamu ijaarsa manneen barnoota daree dabalaataafi…
Manni maricha boruu walga’ii idileesa ni gaggeessa
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu ni gaggeessa.
Waltajjichi galma walga’ii waajjira Muummee…
Koreen biyyooleessa dhaabbilee federaalaa hirmaachise deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf taasifamu…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Koreen biyyooleessa dhaabbilee federaalaa hirmaachise deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf taasifamu keessummeessu hunda’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise.…
Magaalaa Finfinneetti Boombiin kufee argame dhoohuun nama dhuunfaa tokkorra miidhaa salphaa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Boombiin kufee argame dhoohuun nama dhuunfaa tokkorra miidhaa salphaa qaqqabsiisuu Komishiniin Poolisii magaalichaa beeksise.…
Obbo Abrahaam Allehenyi itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraa ta’uun…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Obbo Abrahaam Allehenyi itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraa ta’uun muudaman.
Itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Mootummaan Isiraa’eel Diroonoota weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf oolan Ityoophiyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Mootummaan Isiraa’eel Diroonoota weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf oolan 17 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiise.
Weerara hoomaa Awwaannisaa Ityoophiyaatti…
Birmadummaa biyyaa balaarra baraaruuf garee finxaaleyyii seeratti dhiyeessuuf kaayyeeffamee…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Lolli gaggeeffamaa jiru birmadummaa biyyaa balaarra baraaruuf garee finxaaleyyii seeratti dhiyeessuuf kan kaayyeeffame ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa…