Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Garee ABUT irraa ergama badii fudhachuun naannoo Sidaamaatti badii qaqqabsisuuf socho’aa kan turan…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Garee ABUT irraa ergama badii fudhachuun nageenya hawaasa booreessuf naannoo Sidaamaatti badii qaqqabsisuuf socho’aa kan turan shakkamtoonni 25 to’annaa…
Komiishiniin Poolisii Oromiyaa magaaloota fi godinaaletti bilbiloota eeruun itti kennamu ifoomseera
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)-Komiishiniin Poolisii Oromiyaa magaaloota fi godinaaletti bilbiloota eeruun itti kennamu ifoomseera.
1. Naqamtee 0576611742
2. Jimmaa 0471120034
3.…
MM FDRI Dooktar Abiy hawaasni naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu akka qabu waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu akka qabu waamicha dhiyeessan.
Dooktar Abiy biiftuun juuntichaa…
Obbo Gadduu Andaargaachaw ergaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy preezdaantii Mana Maree Birmadummaa…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Obbo Gadduu Andaargaachaw ergaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy preezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaanii fi Muummee Ministiraa sudaaniin ga’an.…
Garee saamtootaa ABUT irra miidhaan qaqqabeera. – Ajajaa Olaanaa Ajaja Kaabaa Meejar Jeneraal Balaay…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Garee saamtootaa ABUT irra miidhaan qaqqabeera. – Ajajaa Olaanaa Ajaja Kaabaa Meejar Jeneraal Balaay Siyyuum
Raayyaan Ittisa Biyyaa tarkaanfii…
‘Raayyaa Ittisaa Eertiraan miidhaan nu qaqqabaa jira’ jechuun ibsa Dabratsiyoon Gabramikaa’el laatan…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- ‘Raayyaa Ittisaa Eertiraan miidhaan nu qaqqabaa jira’ jechuun ibsa Dabratsiyoon Gabramikaa’el laatan soba ta’uu Daayrektarri olaanaan Indooktiriineeshinii…
Mana maree bakka bu’oota ummataatti miseensoonni kookasii dubartootaa lammiilee miidhamaniif…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC) - Mana maree bakka bu’oota ummataatti miseensoonni kookasii dubartootaa lammiilee balaa uumammaa fi namtolcheen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 64.1…
Kutaaleen waraanaa ajajaa Kaabaa Shiraaroo hanga Zaalanbasaatti jiru wayita ammaa qophii gaarii irra…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Kutaaleen waraanaa ajaja Kaabaa Shiraaroo hanga Zaalanbasaatti jiru wayita ammaa qophii gaarii irra jiraachuu Leetanaal Jenaraal Baacaa Dabalee ibsan.…
Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Barraakitti faacaasaa qamadii jalliisi eegalchiise
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina addaa Oromiyaa naanawa Finfinnee aanaa Barraak ganda Gurraa…
Humni addaa naannoo Tigraayi raawwattoota eergama badii murna gantuu ABUT ta’uu akka hin qabne…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Dargaggeessi fi humni addaa naannoo Tigraayi raawwattoota eergama badii murna gantuu ABUT ta’uu akka hin qabne hidhattoonni ABUT to’annoo jala oolan himan.…