Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti dhaabbilee daldalaa 159 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti haala waqtaawaa biyyatti sababeeffachuun dhaabbilee daldalaa seeraa daldala darban 159 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon…
Dargaggoonni magaalaa Finfinnee nageenya magaalichaa eeguuf itti gaafatamummaa isaanii akka ba’an…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)-Qaamolee nageenyaa biyyaatti jeequuf socho’aniif osoo hin saaxilamiin nageenya magaalichaa eeguuf itti gaafatamummaa isaanii akka ba’an dargaggoonni magaalaa…
Obbo Musxaafee fi obbo Adaam dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)-Af Yaa’iin Mana Maree Federeshinii obbo Adaam Faaraah, itti aanaa preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad akasumaas hoggantoonni hojii…
Jiraattonni Kofalee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Hawaasni Godina Arsii Lixaa aanaa Kofalee rayyaa ittisaa biyyaaf deeggarsa taasisan.
Deeggarsichaan korma 10 fi korbeeyyii hoolotaa 100…
Manni maree galmeessa ragaalee bu’uraa bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Manni maree galmeessa ragaalee bu'uraa bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yaa'ii idilee tokkoffaa gaggeesse.
Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Ejansiin…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni ministeera Galiiwwanii dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qaamoolee nageenyaa biroo duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigiraayitti argaman deeggaruuf hoggantoonnii fi…
Godina Gujiitti torbanoota lamaan darban keessaatti miseensa ABO shanee 14 irratti tarkanfiin…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Godina Gujiitti torboota lamaan darban keessaatti qindoomina qaamolee nageenyaa fi hirmaannaa uummataan tarkaanfii garee ABUT fi ABO shanee irratti…
Abbootiin qabeenyaa meeshalee barnootaa fi ittisa vaayrasii koroonaaf oolan arjooman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa godina Shawaa kibba lixaa manneen barnootaa aanaa Sadan Sooddoof meeshalee barnootaa fi ittisa vaayrasii koroonaaf oolan arjooman.…
Dorgommiin hojii kalaqaa barattoota gaggeeffama jira
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Dorgommiin hojii kalaqaa barattoota Ministeera Barnootaa fi Istiim Paawoor wal ta’uun qopheessan gaggeeffama jira.
Dorgommichi mata duree ‘guyyaan…
Xomborri tokkummaa sabdaneessaa ayyaana sabaa fi sablammoota ummattoota Ityoophiyaa magaalaa…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Xomborri tokkummaa sabdaneessaa ayyaana sabaa fi sablammoota ummattoota Ityoophiyaa bara kana yeroo 15ffaaf kan kabajamu magaalaa Jigjigaatti qabsiifameera.…