Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni addaa poolisii Oromiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjecha jira
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Humni addaa poolisii Oromiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjecha jira.
Humni addaa poolisii Oromiyaa fi qaamoleen nageenyaa humnoota ABO Shanee…
Ogeeyyiin Israa’eel hojii weerara Awwaanisaa ittisuuf deeggaran Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Hojii weerara Awwaannisaa ittisuuf Ityoophiyaaf deggarsa kan taasisaan Ogeeyyiin Israa’eel har’a Finfinnee galaniiru.
Ogeeyyin kunneen Ityoophiyaatti…
Duulli olaantumama seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwatamaa jiru akkaataa yaadameen…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duulli olaantumama seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwatamaa jiru akkaataa yaadameen…
Rayyaa ittisa biyyaan to’annaa jala kan oole buufanni xiyaaraa Humaraa haala amma irra jiruu fi…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Rayyaa ittisa biyyaan to’annaa jala kan oole buufanni xiyaaraa Humaraa haala amma irra jiruu fi miseensoota humna adda harka laatan.
Odeeffannoo…
Aadde Adaanach Gulalleetti kenniinsa tajaajila galmeessa ragaalee bu’uuraa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Gulallee aanaa 9tti argamuun kenniinsa ashaaraa waraqaa eenyumma…
Dhimmoota waktawaa biyyaa irratti waajjira muummee ministiraatti ogeessoota aartiif ibsi laatamaa…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC) - Dhimmoota waktawaa biyyaa irratti waajjira muummee ministiraatti ogeessoota aartiif ibsi laatamaa jira.
Ibsi waajjira muummee ministiraatti laatama jiru…
Raayyaan Ittisa Biyyaa buufata xiyyaaraa Humaraa to’ate
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa gareen saamtuu Juntaa ABUT diina wajjiin qindaa’uun kaayyoo badiif itti fayyadamuuf kan ture buufata xiyyaara Humaraa guutumaa…
Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa FDRI dhiiga arjooman
Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa fi hojjettoonni waajjiraa mata duree ‘dhiiga keenya lammii keenyaaf’ jedhuun dhiiga arjooman.
…
Oromiyaatti namoonni dabalata 86 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 86vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Godina Matakkal Aanaa Daanguritti yeroo garagaraatti lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaa kan…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) - Godina Matakkal Aanaa Daanguritti yeroo garagaraatti lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaa kan turan shiftootni 16 ajjeefamaniiru.
Shiftoota…