Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoo irratti mari’achaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoo irratti mari’achaa jira.
Waltajjii marichaa irratti Preezdantii…
Gareen ABUT keessa jiru Jeettii waraanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa rukutee kuffiseera jechuun ibse…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) -Daayrektarri olaanaan Indooktiriineeshinii Raayyaa Ittisa Biyyaa mejar jenaraal Mahaammad Tasammaa gareen ABUT keessa jiru Jeettii waraanaa Raayyaa…
Gareen badii nageenya magaalaa Finfinnee booreessuuf ABUT irraa ergama fudhatee socho’aa jiru…
Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Gareen badii nageenya magaalaa Finfinnee booreessuuf ABUT irraa ergama fudhatee socho’aa jiru jiraachuu eeruu ummatarraa argameen mirkanaa’uu ibsame.…
Ityoophiyaan gara jeequmsaatti galti sodaan jedhu haala qabatamaa biyyatti hubachuu dhabuurraa kan…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan gara jeequmsaatti galti sodaan jedhu haala qabatamaa biyyatti hubachuu dhabuurraa kan maddedha…
Oromiyaatti misooma jallisiin Qamadii lafa hektaara kuma dhibba 3 ol misoomsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Jallisiin Qamadii lafa hektaara kuma dhibba 3 ol misomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Jilli hogganaa…
Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa Labsii haaraa hojiirra oolchuufi
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC)- Hojiin misooma Sululaa nannoo Oromiyaa abbummaan akka hojjetamuuf labsii haaraa hojiirra oolchuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya…
Miidhaa gareen ABUT bu’aa siyaasaa argachuuf jecha qaqqabsiisuu danda’u ummanni Tigraay of eeggachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) –Ummanni Tigraay miidhaa gareen ABUT bu’aa siyaasaa argachuuf jecha qaqqabsiisuu danda’u of eeggannoo cimaa taasiisuu akka qabu Paartiin…
Raayyaan Ittisa Biyyaa daandii Humaraa Sudaan dabalatee bakkeewwan hedduu to’ateera
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisa Biyyaa Maaydaalii, Daanshaa, Ba’ikar, Liguudii, buufata xiyyaaraa Humaraa akkasumaas daandii Humaraa Sudaan to’achuu ibseera.…
Gareen hattuu ABUT dameewwan baankii naannoo Tigraayitti argaman irratti saamicha gaggeessaa…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Gareen hattuu ABUT dameewwan baankii naannoo Tigraayitti argaman irratti saamicha gaggeessaa jiraachuu Baankii Biyyooleessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Waraanni Sudaan rasaasa kuma 95 gara Ityoophiyaa seenuuf ture to’ate
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Waraanni Sudaan rasaasa kuma 95 bulchinsa Gadaarif cinaan gara Ityoophiyaa seenuuf ture to’achuu beeksisera.
Rasaasonni kunneen Haarreetti fe’amuun…