Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti namoonni dabalata 82 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 82 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Obbo Gadduun gorsaa nageenyaa biyyooleessaa muummee ministiraa ta’uun muudaman
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad obbo Gadduu Andaargaachaw gorsaa nageenyaa biyyooleessaa muummee ministiraa gochuun muudaniiru.
Odeeffannoo…
Dooktar Abiy mudaama adda addaa laatan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad mudaama adda addaa laatan.
Haaluma kanaan:-
1,Obbo Dammaqaa Mokanniin itti aanaa muummee ministiraa fi…
Obbo Ageenyaw Tashagaar preezdaantii naannoo Amaaraa ta’uun Muudaman
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Obbo Ageenyaw Tashagaar preezdaantii bulchiinsa Mootummaa naannoo Amaaraa ta'uun Muudamaniiru.
Preezdaantiin naannicha duraanii obbo…
Bulchiinsi Magaalichaa akkaataa weerara lafaa fi ijaarsa seeraan alaa to’achuun…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Finfinnee akkaataa weerara lafaa fi ijaarsa seeraan alaa to'achuun danda'amurratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mar’achaa jira.…
Humnaan dirqisifamanii waraanatti kan galan miseensonni Humna Addaa Tigraay gara naannoo Amaaraatti…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Garee seeran alaa fi saamtuu ABUT keessa jiruun humnaan dirqisifamanii waraanatti kan galan miseensonni Humna Addaa Tigraay gara naannoo…
Raayyaan Ittisa Biyyaa naannolee Daanshaa, Baakar, Shiraaroo hanga Shireetti guutummaa guutuutti…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)-Raayyaan Ittisa Biyyaa naannolee Daanshaa, Baakar, Shiraaroo hanga Shireetti guutummaa guutuutti to'achuusaa, Itaamaajor Shuumii itti aanaa fi Hogganaa…
Dr Abiy kayyoon mootummaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigraayitti tarkaanfiin eegale…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad kayyoon mootummaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigraayitti tarkaanfiin eegale finxaaleeyyii garee…
Manni Maree Federeeshinii jaarsolii biyyaa sabaa fi sablammootaarra walitti babba’aan waliin…
Finfinne Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii jaarsolii biyyaa sabaa fi sablammootaarra walitti babba’aan waliin mari'achaa jira.
Waltajjiin marichaa guyyaa saboota,…
Asoosaatti Birriin ergama badii raawwachuuf ture miiliyoonni 14 fi gajaraawwan to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Naannoo Beeniishaalguul Guumz magaala Asoosaatti Birriin ergama ABUT raawwachiisuuf ture miiliyoonni 14 ol dabtaroota herreega Baankii 59 fi…