Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aalee kalaqaa Ityoophiyaa hojiirra oolchuuf dhaabbileen Viizaa fi Isteempaawar waliin hojjechuf…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) - Bu’aalee kalaqaa Ityoophiyaa hojiirra oolchuuf dhaabbileen Viizaa fi Isteempaawar waliin hojjechuf qindoomina uuman.
Bu’aalee kalaqaa…
Aadde Loomiin aanaa Gullisootti ajjeechaa gara jabinaa lammiilee nagaarratti raawwatameef gadda itti…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Caaffee Oromiyaa aadde Loomiin Badhoo aanaa Gullisootti ajjeechaa gara jabinaa lammiilee nagaarratti raawwatameef gadda itti dhaga’ame…
Ajjeechaa Godina Wallagga Lixaa, Aanaa Gullisoo, Ganda Gaawaa Gaanqaatti kan raawwate ABO Shanee…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) – Ajjeechaa Godina Wallagga Lixaa, Aanaa Gullisoo, Ganda Gaawaa Gaanqaatti kan raawwate ABO Shanee ta’uu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.…
Preezdaant Saahilawarq haleellaa lubbuu lammiilee nagaarratti raawwatame balaleeffatan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen haleellaa lubbuu lammiilee nagaarratti raawwatame balaleeffataniiru.
Amantaa fi sabummaa fayiidaa siyaasaaf…
Dura Taa’aan komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat miidhaa Wallagga Lixaatti qaqqabe…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) - Dura Taa’aan komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat Wallagga Lixaa Aaanaa gullisootti miidhaa lammiilee nagaarratti qaqqabe…
Miseensi Mana Maree ABUT dabalatee meeshaa seeraan alaa hidhachuun gareen lubbuu namaa balleessaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- ABUT dabalatee meeshaa seeraan alaa hidhachuun gareen lubbuu namaa balleessaa jiraan shororkeessummaan himatamuu akka qaban Minseensi Mana Maree Bakka…
Godina Gujii Aanaa Gumii Eldallootti ABO’n Shanee namoota riqichaa hojjachaa jiran 4 ajjeessuun, 3…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) - Godina Gujii Aanaa Gumii Eldallootti ABO’n Shanee namoota riqichaa hojjachaa jiran 4 ajjeessuun, 3 ammoo miidhaa cimaa irraan ga’uu isaanii…
Manni amantaa Ortodooksi Tawaahdoo Ityoophiyaa bakkeewwan garagaraatti ajjeechaa lammiilee nagaarraa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) - Manni amantaa Ortodooksi Tawaahdoo Ityoophiyaa bakkeewwan garagaraatti ajjeechaa lammiilee nagaarraa irratti raawwatamu balaaleffate.…
Harkifannaan proojaktootan proojaktoonni Birrii biiliyoona 4 eegalamaan baasii hanga Birrii…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- Raawwiin proojaktootaa sababa gadii bu’eef proojaktoonni Birrii biiliyoona 4 eegalamaan baasii hanga Birrii biiliyoona 16tti siqaan fixaa jiraachuu…
Ministirri nageenyaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliin marii gaggeessa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) –Ministirri nageenyaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliin marii gaggeessa jira.
Waltajjicha kan banana Ministeera Nageenyaatti Ministirri…