Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dura ta’aan mana maree Birmadummaa Sudaan Janaraal Abdulfataah Albuurhaan daawwannaa hojii taasisaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- Dura ta’aan mana maree Birmadummaa Sudaan Janaraal Abdulfataah Albuurhaan daawwannaa guyyota 2f Ityoophiyaatti taasisaa turaan xumuraniiru.…
Sirni daawwannaa muuxannoo odeeffannoo fayyaa hawaasaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) – Sirni daawwannaa muuxannoo odeeffannoo fayyaa hawaasaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti gaggeeffama jira.
Sirni daawwannaa muuxannoo…
Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa Finfinnee Ofiiseroota Too’annoo Tajaajila Danbii eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) – Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa Finfinnee Ofiiseroota Too’annoo Tajaajila Danbii eebbisiise.
Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa Finfinnee baatii 2f…
Qorannoon sirna nyaataa miidhaawwan fayyaa hawaasaa dhaabuu danda’u magaalaa Adaamaatti gaggeeffama…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) – Qorannoon sirna nyaataa miidhaawwan fayyaa hawaasaa dhaabuu danda’u magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira.
Qorannichi Insititiyuutii Fayyaa…
Manni Maree Federeeshinii haleellaa ganda Gaawwaa Gaanqaatti lammiileerra qaqqabeef gadda itti…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii haleellaa godina Wallaga Lixaa aanaa Gullisoo ganda Gaawwaa Gaanqaatti lammiileerra qaqqabeef gadda itti dhaga’ame ibseera.…
Waggoota shanaan dhufanitti damee konistiraakshinitiin lammiilee miiliyoona 1.5 ta’aniif carraan…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- Waggoota shanaan dhufanitti damee konistiraakshinitiin lammiilee miiliyoona 1.5 ta’aniif carraan hojii uumuuf karoorfamuu Ministeerri Misoomaa…
Nageenyaa waaraa buusuu fi rakkinoota hiikuuf hooggansi ciminaan hojjechuu qaba – Ministeera…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) – Nageenyaa waaraa buusuu fi rakkinoota hiikuuf hooggansi ciminaan hojjechuu akka qabu Ministirri Nageenyaa Mufaariyaat Kaamiil ibsan.
Walga’iin…
Haleellaa Gullisootti raawwatameen lubbuu namoota 32tu darbe
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) – Lammiileen Wallagga Lixaatti haleellaa diinaatiin lubbuun isaanii darbe 32 ta'uun himame.
Godina wallagga Lixaa Aanaa Gullisoo Ganda Gawwaa…
Yaa’iin Siinoodoosii murtee garaagaraa dabarsuun xumurame
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC) – Yaa’iin Siinoodoosii mana amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa murteewwan garaagaraa dabarsuun xumurame.
Siinoodoosichi yaa’ii Onkololeessaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 359 vaayrasii koroonaa qabaman
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC) –Qorannoo Laboraatorii sa’aa 24 darbeettin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 359 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…