Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti manneen qorichaa fi kuusaawwan qorichoota yeroon tajaajila isaanii irra darbe…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti manneen qorichaa fi kuusaawwan qorichoota yeroon tajaajila isaanii irra darbe qabatanii argaman 37 saamsuu isaa Abbaan…
Manni Maree Ministirootaa naannoo Tigraayirratti labsii ariifachiisaa labse
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – Manni Maree Mnistirootaa FDRI naannoo Tigraayitti labsii yeroo ariifachiisaa labse.
Manni maricha walga’ii ariifachiisaa 21ffaa har’a gaggeesseen…
Humni badii Adda Bilisummaa Ummata Tigraay abdii kutannaan Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI birmadummaa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) - Humni badii Adda Bilisummaa Ummata Tigraay abdii kutannaan Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI birmadummaa biyyatti tiksuurratti haleellaa banterratti…
ABUT Kaampii Raayyaa Ittisa Biyyaa Naannoo Tigraayitti argamurratti haleellaa raawwate
Finfinnee Onkololeessa 24/2013 (FBC)- Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay Kaampii Raayyaa Ittisa Biyyaa Naannoo Tigraayitti argamurratti haleellaa raawwate.
Muummichi Ministiraa Itoophiyaa…
Hawaasni sosochii rakkoo nageenyaa kamiyyu wayita argu bilbiloota armaan gadiin eeruu laachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) –Poolisii Federaalaa hawaasni sosochii rakkoo nageenyaa kamiyyu wayita argu bilbiloota armaan gadiin eeruu laachuu akka danda’uu ifoomseera.
Haaluma…
Hawaasni nageenya naannoo eeguuf xiyeeffannoon hojjechu qaba-obbo Ristuu
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – Hawaasni nageenya naannoo eeguuf xiyeeffannoon hojjachuu akka qabu preezdaantiin naannoo kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw dubbataniiru.
Obbo Ristuu…
Yaaliin waraanaa ABUTiin naannoo Amaaraa Sorroqaa fi Qirqaaritti taasifamee fashalaa’e – obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Yaaliin waraanaa Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraayiin naannoo Amaaraa Sorroqaa fi Qirqaaritti taasifamee humna addaa naannoo Amaaraatin to’annoo jala…
Shira badii ABUT biyya diiguuf hojjetaa jiru fashaleessuuf tokkummaan ni hojjetama – Mootummaa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Shira badii Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay biyya diiguuf hojjetaa jiru fashaleessuuf mootummaa fi ummanni tokkummaan kan hojjetan ta’uu…
Finfinneetti balaan ibiddaa giddugalaa gabaa Awaareetti ka’ee to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) –Kutaa magaalaa Yakkaa aanaa 6 bakka giddugalaa gabaa Awaaree jedhame beekamutti balaan ibiddaa ka’ee to’annaa jala ooleera.
Balaan ibiddaa kun…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 560 vaayrasii koroonaa qabaman
Finfinnee, Onkololeesa 25, 2013 (FBC) –Qorannoo Laboraatorii sa’aa 24 darbeettin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 560 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…