Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haleellaa lammiilee nagaarratti raawwatame kan balaalleeffatan ta’uu aadde Adaanachi ibsan
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC) -Naannoo Oromiyaa godina wallagga lixaa aanaa Gullisootti lammiilee nagaarratti haleellaa gara jabinaa raawwatame baleeffachuu isaanii itti aantuun…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa haleellaa lammiilee nagaarratti raawwatameef gadda itti dhaga’ame…
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa haleellaa guyyaa kaleessaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Gullisootti lammiilee nagaarratti raawwatameef gadda itti…
Lammiilee nagaarratti yakka suukkaneessaa raawwachuun Shororkeessummaa malee qabsoo siyaasaa ta’uu…
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC)- Lammiilee nagaarratti yakka suukkaneessaa raawwachuun Shororkeessummaa malee qabsoo siyaasaa ta’uu akka hin dandeenyi Paartiin Badhaadhinaa beeksise.…
Obbo Dammaqaan haleellaa suukkanneessaa lammiileerra qaqqabeef gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC)-Itti aanaan Muummeen Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makonnin godina Wallaga Lixaa aanaa Gullisoo ganda Gaawwaa Gaanqaatti haleellaa suukkanneessaa…
Filannoo biyyaalessaa gaggeessuuf qajeelfamni qophaa’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa qajeelfama weerara vaayrasii koroonaa ittisaa filannoo biyyaalessaa gaggeessuu dandeessisu qopheessaa jiraachuu…
Sababa vaayirasii koroonaan cufamee kan ture Holqi Soofumar tuuristootaaf baname
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Sababa vaayirasii koroonaan cufamee kan ture Holqi Soofumar tuuristootaaf banameera.
Sirna kanarratti Hoogganaan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii…
Oromiyaatti namoonni dabalata 74 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 74 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Yakka suukkanneessaa humnoota badiitiin lammiilee nagayaa irratti raawwatameef gadduu Paartiin…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Yakka suukkanneessaa humnoota badiitiin lammiilee nagayaa irratti raawwatameef gadduu Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa ibse.
Ummata nagayaa…
Abbaan Taayitaa Siivili Aviyeeshinii Ityoophiyaa leenjii diriirsa sarara geejjibaa qilleensaa kennuu…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Abbaan Taayitaa Siivili Aviyeeshinii Ityoophiyaa leenjii diriirsa sarara geejjibaa qilleensaa kennuu eegaleera.
Daayreekatarri Olaanaan Abbaa…
Muummen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad miidhaa eenyummaa irratti xiyyeeffachuun qaqqabaa jirutti…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Muummen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad miidhaa eenyummaa irratti xiyyeeffachuun qaqqabaa jirutti gadduu ibsaniiru.
Diinonni Ityoophiyaa”yookiin…