Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin hariiroo ummattoota Oromoofi Amaaraa cimsuurratti xiyyeeffate ibsa waloo abbaa qabxii afurii…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) - Mariin hariiroo ummattoota Oromoofi Amaaraa cimsuurratti xiyyeeffate ibsa waloo abbaa qabxii afurii baasuun xumurame.
Mariin hariiroo ummata…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa meeshaalee hojiin barnootaa ittin hojjetamu aanaalee horsiisee bulaaf…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa meeshaalee hojiin barnootaa ittin hojjetamu aanaalee horsiisee bulaaf kenne.
Biiroo Barnootaa Oromiyaatti…
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa gabaasa raawwii hojii kurmaana 1ffaa Koree Dhaabbii Dhimma…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) - Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa gabaasa raawwii hojii kurmaana 1ffaa Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaa fi Seeraa Caffee Oromiyaaf dhiyeessee jira.…
“Rakkoon siyaasa Ityoophiyaa inni guddaan karaa nagaatiin waliin mari’achuu…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) - "Rakkoon siyaasa Ityoophiyaa inni guddaan karaa nagaatiin waliin mari'achuu dhabuudha"- obbo Leencoo Lataa
Rakkoo nageenyaa bara darbe…
Magaalaa finfinneetti meeshaan waraanaa seeraan alaa too’atamuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC)- Magaalaa finfinneetti meeshaan waraanaa seeraan alaa too’atamuu poolisiin beeksise.
Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qaalitiitti sakkata’insa…
Fooramiin kantiibootaa Paarkii Inxooxxoo daawwachaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Fooramiin kantiibootaa projaktoota magaalaa Finfinneetti argamu daawwachaa jiru.
Itti Aantuun kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach…
Guyyaan Kabaja Ayyaana Turiizimii Addunyaa 17ffaan Godina Arsii Lixaatti Kabajamaa Jira
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Guyyaan Kabaja Ayyaana Turiizimii Addunyaa 17ffaan Godina Arsii Lixaatti Kabajamaa Jira.
Kabaja Ayyaana Kanaa Irratti Miidiyaaleen Biyyaa Keessaa,…
Magaalaa Dirree dawaatti projaktoonni ijaarsi isaanii xumurame eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa projaktoota ijaarsi isaani xumurame eebbisiise.
Ganda Indastirittii kan ijaarame Biiroo Misooma Lafaa baasii…
Naannoo Sidaamaatti Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa hundaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Naannoo Sidaamaatti Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa hundaa’e.
Naannoo Sidaamaatti Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa miseensa 7 qabu boordii hojii…
Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshiniin kan qophaa’e waltajjin Pilaanii Misooma Naannaawaa…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshiniin kan qophaa’e waltajjin Pilaanii Misooma Naannaawaa gaggeeffame.
Waltajjicharratti kan…